Afaan Arabaa

Arabiffi maqaa afaan kan Arabiffaa nannoo jaarraa 6ffaa keessa turerraa dhufeef kenname dha.

Afaan Arabaa (العربية/عربي/عربى)
Kan dubbatamu: Afrikaa: Aljeeriyaa, Chaad, Ijiipti, Jibuutii, Komoroos, Liibiyaa, Mooritaaniyaa, Morookoo, Sahaaraa Dhihaa, Somaaliyaa, Sudaan, Tuniisiyaa
Eshiyaa: Baahireen, Iraaq, Isiraa'el, Joordaan, Kuweet, Libaanon, Omaan, Kaataar, Sa'ud Arabiyaa, Siiriyaa, Yaman, Yunaayitid Arab Imireetis
Naannoo: Afrikaa, Eshiyaa
Dubbattoota: 280.000.000
Sadarkaa: 5
Qooddama: Afroo-Eshiyaatiik
Afaan Arabaa
Haala Ofiseelummaa
Afaan ofiseelaa:
Kan too'atu:
Koodii
ISO 639-1 ar
ISO 639-2 ara
Afaan Arabaa
Bakka itti dubbatamu
Kanas ilaali: Afroo-EshiyaatiikAfaan

Kunis afaan barreeffamaa fi Arabiffaa adda adda bakka adda addaatti dubbataman, Giddugala Bahaatii kaasee, Kaaba Afrikaa fi Gaanfa Afrikaa keessatti kan dubbatamu of jalatti qabata. Arabiffi maatii afaan Afiroo-Eeshiyaatikii jalatti ramadama.

Tags:

Afaan Afiroo-Eeshiyaatikii

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

OdeeffannooNeeptuuniinBeelaarusJajjabooGujiiIspoortii AadaaOromoo ItuuYaayyaa shananBirsagaHiibbooAdoolfi HitlerMoosiiKaansariiWallagga DhihaaKitaaba Waaqeffannaa LuteraaniiFiiziksiiGORSARog-sadeeQurxummiileeBaallii Wal harkaa fuudhuuFiliippiinsiHarargee DhihaaWaliso (magaalaa)YuuraanisBiffiisaFaaruuFalaasamaKalqabeeAbbabaa BiqilaaMaxxantuuGodina Gujii DhihaaIslaamaaGaa'elaSheek Bakrii SaphaallooRoobeeAncootee (nyaata)AristootilMaqaa BiqilootaaAfrikaaElemoo QilxuuPaakistaanHarkaa fi harma muraa AanoleeFoloqaSafuuGudayyaa BiilaaBishaanYamanNarviiAdaamaaSeenaa Itoophiyaa SirriiIraaqJaarraa Abbaa GadaaDhiigaWiikiipiidiyaaTaaddasaa BirruuBaallii wal harkaa fuudhuu Me'ee BokkooBaayoogaaziiBETGumii Waaqeffattoota AddunyaaDinquu DayyaasaaSiyaasaHarargee BahaaSaayinsii HawaasaaRuwaandaaAwustireliyaaIlfinash QannooDhamsagaHaacaaluu HundeessaaWangeelaRaammoo geengooTarree Eebba Oromoo🡆 More