Harargee Bahaa godina Oromiyaa kudha-lamaan keessaa tokko yoo taatu, maqaa kanas kutaa biyyaa Harargee durii irraa fudhatte.
Harargee Bahaa | |||
| |||
File:Godinaalee Oromiyaa.png Godinaalee Oromiyaa | |||
Biyya: | Itoophiyaa | ||
Naannoo: | Oromiyaa | ||
Magaalaa Guddaa: | [[]] | ||
Baayyina ummataa: | 2 723 850 (2007) | ||
Tuuta'insa ummataa: |
Harargee Baha kibba-dhihaan Laga Shaballeen kan godina Baalee gargari basuni, dhihaan Harargee Dhihaa, kaabaan Dirre Dhawaan fi kaaba fi bahaan immoo Mootummaa Naannoo Sumaalee daangeffamtee argamti. Harari Regioniin zonii kana kessatti marfamte argamti. Magaalllan beekamoni Harargee bahaa Haromaayaa, Babille fi Funyan Bira. Bakki zoni sunitti dinqisisaa ta'e Harar Wildlife Sanctuary dha.
Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaatin (Central Statistical Authority) akka gabaasa Abbaa Taayitaa Bunaa fi Shayii Itoophiyaa irratti hundaa'e akka ibsetti toniin buna 3,654.00 ta'u bara dhumaa 2005 GC irratti akka Harargee bahaatti biqile ibseera. Kuni immo gumaacha Oromiyaa keessa parsentii 3.17% yoo ta'u, gumaacha biyya (Itoophiyaa) keessa immo parsentii 1.6% ta'a. $ aanaalee godiin Hararge bahaa
Gabaasa Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaa kan bara 2005 akka ibsutti, godinni kun tilmamaan baaayyina ummata 2,555,635, yoo qabaatu kan keessaa 1,298,104 dhiira yoo ta'an kan hafan 1,257,531 immo dubartoota dha. Baay'ina ummatta oliitii ibsame kessa parsentiin 6.9% yokan namni 175,440 badiyya alla jirrattu. Ballina lafa tilmamaan 24,900.21 square kilometers ta'u keessatti "density" (walitti-kufami) ummata Shawaa dhihaa tilmamaan 102.64 people per square kilometer ta'a.
Akka Baankii Addunyaa (World Bank) memorandumi bara Ebla 24, 2004 akka ibsutti, Parsentiin 3% jirattotta Shawaa dhihaa elektriki ni fayyadatamu, akkasumas "density" kara konkolatta zoni kana 39.6 kilometers per 1000 square kilometers yoo ta'u (kunis yoo kilometer 30 biyya wajjin yoo walitti madalaan) , akkasumas avregiin abba mana badiyya tokko hektara lafa 0.5 (kunis hektara lafa biyya 1.01 fi hektara lafa Oromia 1.14 wajjin yoo walitti madalamu), akkasumas avregiin abba mana baddiya tokko mataan horii mana hanga 0.6 qaba. Persentiin 13% ummatta, namotta qonaa malee jiratan yoo ta'an, kunis yoo kan biyya persenti 25% fi kan Oromia 24% wajjin yoo walitti madallan. Ijolle barachu danda'an kessa persentiin 53% mana barumsa sadarka tokkoffati galma'ani argamu, akkasumas persentiin 10% mana barumsa sadarka lammaffatti galam'ani argamu. Persentiin 44% zonii kana malariaf bana kan jiraan yoo ta'an, tokkoleen Tsetse flyiif bana miti. Memorandamiin zonii kana risqii qillensa gogga (drought) qabachun qabxii 367 kenaf.
Godinaalee Oromiyaa |
Arsii | Arsii Dhihaa| Baale | Baalee Bahaa | Harargee Dhihaa| Harargee Bahaa | godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne | Shawaa Bahaa | Shawaa Kaabaa| Shawaa Kibba Lixaa | Shawaa Dhihaa | Qeellam Wallagaa | Wallaga Bahaa | Wallagga Dhihaa | Horroo Guduruu| Boorana| Gujii | Guji Dhihaa | Iluu Abbaa Booraa | Buno Baddallee | Jimmaa |
Aanolee Harargee Dhihaa | |
Baddannoo | Baabbilee | Chinaksan | Dadar | Faddis | Giraawwaa | Gola Odaa | Gooroo Guutuu | Gursum | Haroo Maayaa | Jaarso | Qarsaa | Kombolcha | Kurfaa Callee | Malkaa Balloo | Meyumuluke | Meettaa | Midega Tola |
This article uses material from the Wikipedia Oromoo article Harargee Bahaa, which is released under the Creative Commons Attribution-ShareAlike 3.0 license ("CC BY-SA 3.0"); additional terms may apply (view authors). Content is available under CC BY-SA 4.0 unless otherwise noted. Images, videos and audio are available under their respective licenses.
®Wikipedia is a registered trademark of the Wiki Foundation, Inc. Wiki Oromoo (DUHOCTRUNGQUOC.VN) is an independent company and has no affiliation with Wiki Foundation.