Walqunnamtii saalaa: Walqunnamtii salatursisuuf

Walqunnamtiin Saalaa (ykn gababsame walqunnamtii) qaama saalaa dhiiraa gara qaama saalaa shamaraatti dhiibuu fi naquu dha.

Gochoota keessa naquu hin qabne kan akka hidhii, harmaa fi qaama bakkeewwan biroo dhungachuu fi harka irra oofunii kanneen biroos amaloota walqannamti akka tahanitti ilaallamu. Namni walqunnamtii saalaa fayyadamuun ijoollee uummata. Irra caalaatti garuu of gammachiisuufii walqannamtiin kan raawwatamu.

Walqunnamtii saalaa: Ulfa ittisuu, Akaakuu saalqunnamtii, Wabii
Walqunnamtii saalaa: Ulfa ittisuu, Akaakuu saalqunnamtii, Wabii

Walqunnamtiin saalaa saalqunnamti jedhamuunis ni beekkama. Safuuf jecha waliin rafuu ykn ciisu jechuun itt fayyadamu. Namni akka si waliin ciisu dirqisiisun gudeedu jedhama. Gudeeduu fi walqunnamti saalaa bifaa fudhatama hin qabneen nama irratti raawwachuun yaakka gurgudda keessatti lakkaawama.

Ulfa ittisuu

Jaarra 20ffa keessa, otuma saalqunnamtii gadhoni maloota ulfa ittisan baayyetu argame. Isaan keessa muraasni kondoomi, dawaa, luups fi lilmoo fayyadamuun kan raawwatamuudha.

Akaakuu saalqunnamtii

Akaakuuwwan saalqunnamtii baayyee keessa tokko saalqunnamti afaaniiti.

Saalqunnamtii afaanii

Saal qunnamtiin afaba, afaanii fi kokkee fayyadamuun qaama saalaa hiriyyaa ofii gammachiishuudha.

Wabii

  1. "ITTISA MIDHAA-SAALAA FI AKKAATAA HIMANNAA". Archived from the original on 2021-04-22. Retrieved 2021-04-08. 

This article uses material from the Wiki Oromoo article Walqunnamtii saalaa, which is released under the Creative Commons Attribution-ShareAlike 3.0 license ("CC BY-SA 3.0"); additional terms may apply. (view authors). Content is available under CC BY-SA 4.0 unless otherwise noted. Images, videos and audio are available under their respective licenses.
#Wikipedia® is a registered trademark of the Wiki Foundation, Inc. Wiki Oromoo (DUHOCTRUNGQUOC.VN) is an independent company and has no affiliation with Wiki Foundation.

Tags:

Ulfa ittisuu Walqunnamtii saalaa

Akaakuu saalqunnamtii Walqunnamtii saalaa

Wabii Walqunnamtii saalaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Fuula DuraSirna GadaaWalqunnamtii saalaaSiiqqeeTarree Mammaaksa OromooIrreechaTarree Hiibboo OromooOromooOromiyaaAfaan OromooQubee Afaan OromooOromoo TuulamaaFinfinneeOromoo TuulamaSeenaa Itoophiyaa SirriiItoophiyaaTaaddasaa BirruuSeenaa OromooMaqaa Ji’ootaTarree Aanolee OromiyaaHiibbooPaarkii Biyyoolessaa Gaarren BaaleeTarree WalalooWaaqeffannaaEebba OromooAfrikaaDNaannoolee ItoophiyaaSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeSafuuOromoo MaccaaMammaaksaDurbummaaTarree Jechama OromooHarargee BahaaWalalooBarreeffamoota Waa'ee OromooAadaa OromooNyaata aadaa OromooKeeyyataAfaanAfoolaAfran QallooDhiigaWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaCSaayikoloojiiAbiyyi AhimadItita DhiigaaESheek Bakrii SaphaallooFaaruu OromiyaaAAfaan IngiliishLij IyyaasuuLammaa MagarsaaKuushFDinquu DayyaasaaAsaffaa Shaaroo LammiiSaayinsiiAmbo (magaala)BDargiiGudeeduTarree Eebba OromooOromoo BooranaaKoloneeffamuu AfrikaaGaaleeIraaqAlii BirraaIluu Abbaa Booraa🡆 More