Waraana Calanqoo

Waraanni Calanqoo lola loltuu Minilikii fi ummata Oromoo bahaaItoophiyaa keessa jiraatan gidduutti bara 1887 godhamedha.

Waraana kanarratti namoota baayyetu dhume. Dhumaatiin kuni hanga haarati Calii Calanqoo jedhamuun beekama.

Gootota woraana ummatatti baname kana ofirraa qolachuuf lolee lolechise waraana duule duulichise tokko Bakar Waareeti. Bakar Waaree hoogganaa woraana Raaba Doorii ture.

Siidaa Yaadannoo

Siidaan yaadannoo nammota waraana kanarratti dhumaniif godina Harargee Bahaa keessatti, Calanqootti ijaarrameera. Siidan kunis bakka Oromoon kumaatamatti laakkawaman argamanitti Bitootessa 21, 2015 eebbifame. edited by ANTONIYOS NIGUSSIE

Wabii

Tags:

ItoophiyaaOromoo

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Wallagga BahaaMeeyoosisiiFaaruu OromiyaaInjineriingiiLubbiyyoo saalaa (gametes)Sirna DhuyyaaOromoo BaarentuuHarargee DhihaaMongooliyaaAfrikaaSaayinsiiMoshchenaKubeeAncootee (nyaata)XiwwaasaPaarisZalaalam AbarraaSa'ud ArabiyaaMammaaksaIbrTarree SheekkooZuwaay DugdaaWalqabsiistuuLafqubeellaaAIraanJoordaanOg-barruuGochibsaKaarentii elektirikiiElektirooniksiiGodina JimmaaKeeyyataWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaFincila BaaleeHolqa gurraachaSirna maashaaleeTaaddasaa BirruuGORSAMaqaa BiqilootaaLiibiyaaUltravioletKompitaraAwustireliyaaBaaleGaazexaa BariisaaHayilee FidaaSiidniiSirna GadaaGarba Kibba cabbiiPilaatileetiiCiigooBallina BiyyottaIsaaq NiwuutenRiippabiliika KoongooKuushDimookiraasiiRoobeeOromoo BooranaaTeeridoofaayitootaAllaattiiwanQocaa fi SinbirrootaHirmaata Dubbii Afaan OromooGodina Baalee BahaaMaxxantuuAreerii-duraaJimmaAfran QallooTarkiiBildimaa (halluu)Siilindarii🡆 More