Zalaalam Abarraa: Eyyeen

Zalaalam Abarraa (1953 - ) waloo fi qabsaawaa mirga Oromoo beekkamaa fi jaalatamaadha.

Zalaalam walaloo miyaawaa Afaan Oromootin barreessuu fi dhimma hawaasummaa Oromoorratti xiyyeeffatuun beekkama.

Seenaa Duuba

Zalaalam Abarraa Lixa Oromiyaa magaalaa Naqamtee bakka Waachaa jedhamutti abbaasaa Abarraa Tasfaa fi harmeesaa Qanaatee W/yesuus irraa bara 1953 dhalate. Yeroo inni umuriinsaa waggaa shanii maatinsaa waan gargar bahaniif irra caala akkoosaa biratti guddate.

Barnootasaa achuma magaalaa Naqamtee keessatti barate.

Wabii

Tags:

Afaan OromooOromoo

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

NooleeRiippabiliika KoongooAbbabaa BiqilaaOliiqaa DingilBaha AfrikaaAfaan OromooAbdiisaa AagaaMootummaa GeeraaGaaddisaa BirruuSeenaa Itoophiyaa SirriiLiibiyaaKitaaba Waaqeffannaa LuteraaniiFiraansiMaqaaWalqabsiistuuAbubakar MuussaQocaa fi SinbirrootaPilaatileetiiMaqibsaNyaata aadaa OromooAntiroppooloojiiIfaGodina Gujii DhihaaBoqojjii (magaalaa)MiitoosiisAsaassii(Gill)Dambi DoollooLubbiyyoo saalaa (gametes)Tarree Aanolee OromiyaaMunyuuqeeSirna DhuyyaaGammachuu MagarsaaTaayilaandFakkiiXin-hawaaSiidniiSuuphanaHo'a AdunyaMisooma hanqaaquuTsunamisLeencaTeeknooloojiiHollannaa lafaaTarree boqonnaawwan Quraanaa23r4DaldalaaSaalaaMootummaaMagarsaa BariiAartii OromooSheekkooCaaccuuJaappaanFincila BaaleeSukkara ykn KaarboohayidireetiNaayilKanaadaaSardiidaa fi LukkuuEeshiyaaBusaaAanaa FiraankiDhaamjechaMagaala BishooftuuGudayyaa BiilaaTiyaatiraPilaaneetoota🡆 More