Sheekkoo Sardiidaa Fi Lukkuu

Bara durii sardiidaan ganamaan kaatee otoo nyaatashee barbaaddachaa jirtuu lukkuun warra tokkoos heddummatanii otoo nyaatasaanii barbaaddachaa jiranii kormaan hindaanqoo tokko iyye.

Sardiidaan sagalee kana dhageessee sagalee keetu baay’ee natti tolee mee irra deebi’ii naaf jedhi jetteen. Kormaan lukkuus lukaan lafatti ejjetee ijasaa lamaan dunuunfatee osoo iyyuu sardiidaan utaaltee morma kormaa lukkuu qabatte. Hindaanqonni kuun baqatanii gara manaatti deebi’an. Sardiidaan kormaa lukkuu fudhattee osoo fiigaa jirtuu kormaan lukkuu sardiidaadhaan akkas jedhe, “Osoo ati lallabdee lukkuulee hedduun deebi’anii waan dhufaniif iyyi” jedheen. Sardiidaanis tole jattee yeroo iyyitu kormaan hindaanqoo sardiida harkaa bahee muka irra bahe jedhama.

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

KaleeKeeniyaaSirna DhuyyaaAgawAfaan Afiroo-EeshiyaatikiiGochibsaWaliso (magaalaa)HaayidirookaarbooniiKeeppi VerdeeBabalina OromoKutimaSingaappoorIlfataAsiaAanaa ShirkaFalkaalee watootaaAmeerikaaHarargee DhihaaTiyaatira OromooSiyaasaKamaal GalchuuGodina BaaleeGaazexaa BariisaaOromoo BaabbileeDaldalaaOnneeIluuBeelaarusFaalama Qilleensaa Fi NaannooAbbaaduulaa GammadaaKonkolaataaBuno BaddalleeBallina BiyyottaNeymaarJaarraa Abbaa GadaaBooranaXalayaaSaayinsiiDhDUOKaazaakistaanBusaaTaajaakistaanIndoneeshiyaaOromooGalaanaa GaaromsaaOromoo BaarentuuAfaanMalleen DubbiiZarihuun WadaajooWalqunnamtii saalaaEeritiraaFiicheeEebbisaa AddunyaaMuuziqaaAfran QallooDambi DoollooAmantiiBaaleAfrikaa KibbaaSibiila diimaaHerregaAfoolaGammachuu MagarsaaSheek Bakrii SaphaallooSeenaa Itoophiyaa SirriiXurree AannannooSafuu🡆 More