Afaan Afiroo-Eeshiyaatikii

Afaan Afiroo-Eeshiyaatikii maatii afaanii guddaa, kan afaanota walitti dhiyaatanii fi loqodoota dhibba baayyetti lakkaawwamu of keessaa qabu dha.

Akka tilmaama Etinoloogii bara 2009tti, afaani fi loqoda amma dubbatamaa jiran naannoo 300 ta'utu maatii afaanii kana keessa jira. Afiroo-Eeshiyaatikiin baayyinaan afaanota naannoo Giddugala Bahaa, Kaaba Afrikaa, Gaanfa Afrikaa, fi nannoo Sahil keessati dubbatamani of keessatti qabata. Maatin Afiroo-Eeshiyaatikii damee seenaa qorannoo afaaniitiif barbaachisaa dha, kunis seenaa dheeraa galmeeffame maatii afaanii kamiyyuu caalu waan qabuu fi.

Tags:

Afrikaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Baakteeriyaa(Bacteria)Leencaa fi Dhala NamaaSa'ud ArabiyaaMacaafa QulqulluuWalalooKomoroosWaaqeffannaaOnesmoos NasibSirna narviiGudeeduIsiraa'elQoricha OromooTiyaatiraFeesbuukiiDaldala Garbaa ArabaaYerooSuwiiz KanaalChee GuvaaraaIlfataNoonnooSalamoon DannaqaaAmuruuDadacha'insa LafaaHimaWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaSaayikoloojiiIlbiisaMesopotaamiyaaHerregaIstiraatoosfeeriiJaappaanQurxumboocuqaaAbuurraa AfrikaaPaarkii Biyyoolessaa Gaarren BaaleeIlbiisotaAsallaaAllaattiiwanWallaggaItoopiyaaDarraaFiiniksiiEebbisaa AddunyaaDubliinTarree WalalooMosaajiiAddeessaOliiqaa DingilKumsaa MorodaaGumiiAdam JilooRaagamtaaNyaata fi miidhaa isaQilleensa MarsaaWanciiDurbummaaXaaliyaaniiLoqoda BooranaaBarreeffamoota Waa'ee OromooKafaaJooyi BaayidenWaaqoo GuutuuWangoo 2021Baddeessaa🡆 More