Daldala Garbaa Arabaa

Daldalli garbaa Arabaa garbummaa biyyoota Arabaa keessatti fayyadamaa turani, keessumattuu Dhiha Eeshiyaa, Kaaba Afrikaa, kibba-baha Afrikaa, Gaanfa Afrikaa, fi kutaa Yuurooppi muraasa keessatti (kan akka Iberia fi Sisilii) bara bittaa Arabaatti jalqabee hanga jaarraa 19ffaatti kan turedha.

Daldalli kun gabaa garbaa Giddu-gala Bahaa, Kaaba Afrikaa fi Gaanfa Afrikaa irratti xiyyeffata. Garboonni kun sanyii, sabaa, fi amantii adda addaa keessaa kan dhufani turan.

Daldala Garbaa Arabaa
Karaa Daldala Garbaa Afrikaa keessaa Gurguddaa Bara Giddu-galeessaatti.

Tags:

Gaanfa AfrikaaYuurooppi

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Gooftaa JaldooAbuurraa AfrikaaSeerlugaAgarii TulluuBaskin-RobbinsBalee GasgaarAllaattiiwanBokkuuTarree Eebba OromooShawaa KaabaaGodina GujiiSiiqqeeBaaleeSirni bullaa’insa nyaataaIluu Abbaa BooraaDarraaHalluuDhiigaX-raysAreeroo BoosarooDhahaWalqunnamtii saalaaGodina BooranaaFiiniksiiSiyaasaAanaa Digaluu fi XijjooUzbeekistaanHuseen BuneeTiyaatira OromooLafeeArjentiinaaSagaleeBakar WaareeAfaanMaqaaNaannoolee ItoophiyaaSammuu namaaSeenaa ItoophiyaaRaadaariiJajjuu (aanaa)Galaana MeditiraaniyaaniiLubbu qabeeyyii xixiqqooHeemeespheera lafaaLoqoda BooranaaJimmaa RaareeIspoortii AadaaEerisIlbiisotaPiyeer KuriiCigooSeermurtooGeerarsaDadacha'insa LafaaFiicheeAndooraaDurduubeeTarree Hiibboo OromooFiiziksiiHaayidroojiiniiAdda Bilisummaa OromooSululaInformaatiiksiAbiishee GarbaaAdurreeAdoolfi HitlerGabbaraHarargee BahaaFuula DuraFiraansiAmbo (aanaa)BuruundiiFakkaaftuu🡆 More