Infoormaatiksii

Infoormaatiksiin tooftaa saayinsaawaa fi qabatamaa ta'een shallagaa fi faayidaa isaa qorachuudha.

Informaatiksiin haala tooftawaa ta'een danda'amummaa, caasaa, himannoo, fi adeemsa tooftawaa (ykn seermurtoo) kan odeeffannoo guuruu, hujeessuu, kuusuu, tamsaasuu, fi argachuuf bu'uura ta'e qorachuu dha; odeeffannoon kun kuufannoo kompitaraa keessatti haala laklameetin kan lakkaddaayee ykn haala jiinii fi caasaa pirootiniitin seeloota baayoloojikaawaa keessa kan jiru ta'uu danda'a. Saayintistiin kompitaraa tiyoorii shallagaa fi saxaxuu meeshaalee shallagaa irratti addayeeffata.

Kanas ilaali

{{{Maqaa}}}

Tags:

KompitaraKuufannooOdeeffannoo

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

RaphaelJarmaniiAbdiisaa AagaaQooccoAntiraaksiiSirna hargansuuElektirooniiWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaLammaa GuyyaaSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeSiiqqeeSirni bullaa’insa nyaataaJooseef FuuriyeeBulgeeriyaaGaaleeGodina BooranaaGochibsaMadagaskaarMadaalqaOrbiitiMaalaawiiMaqaa GuyyootaQaama sirna Biiftuu xixiqqooJi'oota WoggaaItoopiyaaPilaaneetootaSirna-BiiftuuNaannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota KibbaaJi'oomeetiriiAanaa ShirkaQabbanbalaliiBaha AfrikaaDhamsagaHibbooRobart MugaabeeSirna GadaaDNADeenmaarkFaaruu OromiyaaAmeerikaasRooba DaayimandiiNaannoo SomaaleeKafaaIrreechaGarba Kibba cabbiiGobbaaFiiziksiiDhagaa gati jabeessaSeenaaBakar WaareeKaansariiShaggooyyeeMagarsaa BariiRNASaayinsiiSeenaa OromooAsoosamaMaqaa Ji’ootaShokoreeKiristaanummaaOromooWanciiAbbabaa BiqilaaAanaa FiraankiAmuruuAfgaanistaanKanaadaaAbuunaa GindabaratIluu Abbaa BooraaMeettaa RoobiiInfoormaatiksiiEebbisaa AddunyaaAbuurrraa Ji’oogiraafawaaMala dubbii🡆 More