Jooseef Fuuriyee

Jooseef Fuuriyee (Fireenchii: ; A.L.A 21 Bitootessa 1768 – 16 Caamsaa 1830) abbaa herregaa fi fiizisistii Firaansi Okzeeritti dhalate yoo ta'u kan inni ittiin beekkamus qorannoo siireesii Fuuriyee fi akkamitti akka siireesin kun rakkoo oo'a dabarsuu fi kirkiraa (vibration) irratti hojiirra oolu danda'urratti godheeni.

Tiraanisfoormin Fuuriyee fi seerri Fuuriyee kabaja isaaf jecha maqaa isaatti moggaafaman. Fuuriyeen argannoo galtee giriinhaawusii (greenhouse effect) kan argate ta'uunis beekkama.

Wabii

Tags:

Firaansi

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Tarree boqonnaawwan QuraanaaGoogleAartiiShaallaaYuuraanisGudeeduLaayibeeriyaaSirna GadaaMaqibsaYaayyaa shananTeeridoofaayitootaYerooBaallii wal harkaa fuudhuu Me'ee BokkooIraanJeneetiikAsiidiiUrjiiOromoo MaccaaGumiiChaayinaaFoloqaWanciiOromoo GujiiLafa GujiiSigimooRoobeeBiqiltoota DaaaraaQananiisaa BaqqalaaMosaajiiMiitoosiisWalalooHarargee DhihaaAantimaDurri diimaaHarree diidooNooleeBunaMirgoota Dhala NamaaOromiyaaAanaa FiraankiAddooyyeeSirnakkooLammaa MagarsaaTapha ijoolleeOromo WallagaQeellam WallaggaaZuwaay DugdaaGodina Baalee BahaaQaalluuDurduubeeQuraanaKaansariiNaannoolee ItoophiyaaBaayiloojiiGudeeddiiDaldalaaLammaa GuyyaaFaalama Qilleensaa Fi NaannooMaqaaSarbiyaaAliyyii CirriiSammuu namaaIndoneeshiyaaHorroo GuduruuMarsaa kaarbooniiMoosiiBahamaasAfaan ArabaaBageemidirAfrikaaKanaadaa🡆 More