Afrikaa

Afrikaan ykn Kubila Giiloo addunyaa keessaa ardii guddittii lammaffaa fi ardii baay'ina ummataan Eshiyaatti aantee lammaffaa irra jirtu dha.

Odollan(island) Afrikaatti dhihaataniin walitti qabame Afrikaan bal'inni ishee hanga 30,221,532 km² (11,668,545 mi²) yoo ta'u, balinni kuni immoo 6.0% balinna addunyaa (lafaa fi bishaan walitti qabame) yo qabaattu, kan lafa qofaatiin immoo 20.4% ballina addunyaa qabata.

Afrikaa
Kartaa Adunya kan Afrikaa agarsisu

Bara 2016 baay'ina ummataa 1,225,080,510 caalu biyyoata 61 keessatti yoo qabdu, baayinni ummataa kun immoo 14% baayina ummata addunyaa ta'a. Ardiin kun kaabaan Galaana Mediteraaniyaanii, kaaba bahaan Suwiiz Kanaal fi Galaana Diimaa, kibba bahaan Garba Indiyaa, dhihaan immoo Garba Atilaantiikii daangeffamte argamti.

Madagaskaar iin walitti Afrikaa keessa biyyoota 46tti argama, odolaan walitti immoo biyyoota 53tti argama.

Afrikaa
Footoo Afrikaa satellite irra fudhatame


Ardii


Dachee Aafrikaa
Aafrikaa Giddu Galeessaa | Aafrikaa Kibbaa | Aljeeriyaa | Angoolaa | Beeniin | Bootiswaanaa | Burkinaa Faasoo | Buruundii | Chaad | Eeritiraa | Gaabon | Gaambiyaa | Gaanaa | Giinii | Giinii-Bisaa’uu | Ijiipti | Iqu’aatoriyaal Giinii | Itoopiyaa | Jibuutii | Kaameruun | Keeniyaa | Keeppi Verdee | Komoroos | Kootdivo’aar | Laayibeeriyaa | Leesoottoo | Liibiyaa | Maalaawwii | Maalii | Madagaskaar | Mooriishes | Mooritaaniyaa | Moozaambiik | Morookoo | Naayijeeriyaa | Namiibiyaa | Niijer | Riippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo | Riippabiliika Koongoo | Ruwaandaa | Sa’o Toomee fi Piriinsippee | Sahaaraa Dhihaa | Senegaal | Seraa Liyoon | Siishelsi | Siwaziilaandi | Somaaliyaa | Sudaan | Sudaan Kibbaa | Tanzaaniyaa | Toogoo | Tuniisiyaa | Yugaandaa | Zaambiyaa | Zimbaabuwee
Afrikaa
Wiki Commons has media related to:

Tags:

Asia

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

SeerlugaHajii Adam SaaddooSirna hargansuuAbbabaa BiqilaaNaannoo AffaarGarba Kibba cabbiiQarsaa (Jimma)Saayinsii HawaasaaJechamaXiinjireeBaakteeriyaa(Bacteria)Tokkummaa Koonyootaa AmeerikaaJechiikaa BaayoloojiiSeelii (Lubbiyyoo)Sirni bullaa’insa nyaataaQaabi (bineensa) .AfaanWaaqaAbuurraa AfrikaaFaalama Qilleensaa Fi NaannooGaazexaa BariisaaBishaanBulgeeriyaaAadaaKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaBara Jalqabbii Yaada Haaraa(Renaissance)Afrikaa DhihaaGarba IndiyaaAdda Bilisummaa OromooEebba OromooDinquu DayyaasaaBaarbeedoosNoorweyShawaa Kibba LixaaLammaa MagarsaaDirree DhawaaMootummaa JimmaaBaaduuJibuutiiPilaaneetootaHaacaaluu HundeessaaNadhii GammadaaWarrana Adunya 1AayerlaandiAbbooy SibihaatNaannoo AmaaraaKaarli Firidiriish GaawusBizinasiiSafuuGarasuu DhukiiOromo WallagaKompitaraBunaEeritiraaQoqqoodama OromooUrjiiNikaraagu'aaBaha ShawaaGabatee pireediikii (Gabatee sardala)AfoolaTarree Hiibboo OromooYaayyaa shananAddooyyeeGarba PaasifiikMootummaaPoorchugaalKirgistaanMasjiidaKooriyaa KibbaaOrgaanizimiiDamee saayinsiiDoddotaa-siree🡆 More