Sigimoo

Anaan sigimoo anaawwan godina jimmaa keessa jiranu keessaa iasa tokku yammuu taatu anoolee akka saxxammaa geeraafii ummattoota kibbaan kan daangeffamteedha anaan sigimoo biyyaa Dhadhaafii annaniin beekamtuu akkasumas horii gabbisuun kan beekamtuudha ummanni anaa sigimoo keessa jiraatu gutummaan guutuutti jechuun amma dandahamu tokko oromoo fi kan amantaa muslimaa hordofuudha kana males anaan kun goota hedduu kan bilisummaa oromoof of wreegan kan biqilchiteefii ammas biqilchaa jirtuudha halli qilleensa isii jiruudhaaf mijattuu kantaateefii jaalalli ummatasaa kan nama hawwatuudha MENSUR BADRUU TIIN

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Mirroo guuttiiqaaAlberti AnistaayinOnesmoos NasibFiraansiKafaaYuukireenSeermurtooAartiiAwwaaldigeessaaBaacooNagallee BooranaaQarambullee(Baaguda/Bear)MeetalaarjiiZooloojiiSuuphanaJarmaniiDaldala Garbaa ArabaaBishooftuuOromoo TuulamaAmeerikaa KibbaaOrgaanizimii seelqeenxeeYuutubiiChaayinaaFuula DuraFalaasamaGamtaa AfrikaaLootuu SheeyxaanaaJawaar MahaammadBusaaIkkooloojiiTarree SheekkooChaarjiiMooskooBaha AfrikaaHoosiiftootaGobbaaDambaliiBulgeeriyaaGiddu-galeessa EshiyaaLubbiyyoo saalaa (gametes)BaayiloojiiAbbichuu fi Nya'aaQaranbullee BantiiNaannoolee ItoophiyaaTaaddasaa BirruuIraanOromoo BaarentuuGudeeduNaannoo AmaaraaLaa'osJaarraa Abbaa GadaaAntiraaksiiQoqqoodama OromooPoolaandiSheek Mahaammad Rashaad AbdulleePaakistaanIspeenGuutamaa HawaasDale WabaraIswiidinSeraa LiyoonOromoo WallooSeenaa GibxiiKanaadaaBoliiviyaaGaaddisaa BirruuSagaleeXaaliyaaniiDurri diimaaGarba Paasifiik🡆 More