Alberti Anistaayin

Alberti Anistaayin (/ˈælbərt ˈaɪnstaɪn/; Jarmanii: ; 14 Bitootessa 1879 – 18 Ebla 1955) fiizisistii tiyoorii fi filoosooferii saayinsii Jarmanitti dhalatedha.

Anistaayin tiyoorii rilaativiitii waliigalaa uume, kunis utubaa lamaan fiiziksii ammayyaa keessaa isa tokko (utubaan inni kan biraa quwaantam makaaniksiidha). Anistaayin ummata biratti foormulaa hanga-annisaa walqixxeessu E = mc2(foormulaan kun "qixxaatoo addunyaarratti hunda caala beekkamu" jedhama) beekkama. Anistaayin bara 1921 Badhaasa Noobelii kan Fiiziksii "tajaajila inni fiiziksii tiyooriitiif kenneef, fi keessaahuu argannoo seera galtee footoo'elektirikiitii argachuu isaatif" argate. Seerri galtee footoo'elektirikiitii tiyoorii quwaantamii bu'uuressuu keessatti baayyee murteessaa ture.

Alberti Anistaayin
Alberti Anistaayin

Wabii

Tags:

Jarmanii

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

MongooliyaaShawaa Kibba LixaaKooriyaa KaabaaAbiyyi AhimadTarree boqonnaawwan QuraanaaTaayilaandHarargeeChaayinaaAbboomaa MitikkuuKompaawundii keemikaalaa459Kofalee (aanaa)Oromoo WallooChiiliiSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaEebbisaa AddunyaaTarree Aanolee OromiyaaLubbu qabeeyyii xixiqqooSeenaa jireenyaaBahamaasTarree Ciigoo OromooDargiiQoricha OromooGursum (aanaa)LitiyeemiiUrjiiKemistiriiNaqamteRoobiiPilaankitooniiLerransaBiqiltootaQoqqoodama ItoophiyaaSeenaa OromooAbbabaa BiqilaaTeeridoofaayitootaTarree WalalooNeeppaalArsiiYandiiBamaqaaDagaaXiinjireeRaagamtaaMootummaaDurri diimaaMiilsaddeetooHaacaaluu HundeessaaMeettaa RoobiiSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeMaxxantuuAdaamaaGammachuu MagarsaaCaaccuuCiigooOromiyaaBaaleKaraabichaOrgaanizimii seelqeenxeeBETTeeknooloojiiJoordaanSaaphaphuu🡆 More