Naannoolee Itoophiyaa: Walloo

Itoophiyaan fedeereshinii giddugalaa jalatti naannoolee mataa ofiin of bulchan qabduudha.

Naannoolee Kudha tokkoo fi bulchiinsa magaalaa lama kan Heeraa Mootummaa Itoophiyaan bara 1992 raggaasifame qabdi. Bara 2012 Godinni Sidaamaa riifarandamii taasiseen sagalee akkaan caalmaa ta'e argachuun naannoo kudhanaffa Itoophiyaa ta'e. Kanamalees Godinaaleen Oomoo Lixaa, Beenchi Shakkoo, Kafaa, Daawuroo fi Shakkaa akkasumas [[Aanaan Addaa Kontaa ]] ALI Fulbaana 20, 2014 filannoo riifarandamii gaggeessuun, sagalee naannoo ta'uuf isaan dandeessisu taasisan. Sadaasa 13, 2014 ALI Naannoon Uummattoota Kibba Lixa Itoophiyaa sagantaa hundeeffamasaa taasise. Naannoolee kanniin keessaa ummata baayyee qabaachuun Oromiyaan kan duraati. Oromiyaan ballina lafaa 353,690 km2 qabaachuunis naannoolee hundarra guddoo yoo taatu naannoon Harar immoo baayyina ummataa fi ballina lafaan ishee xiqqoodha.

Tarree Naannoolee Itoophiyaa fi Bulchiinsa Magaalaa

Naannoole kurnanii fi bulchiinsa magaalaa lamaan
Kaartaa Alabaa Maqaa Lakkoofsa Ummataa Ballina (km2) Tuuta'iinsa Ummataa
km2
Magaala Guddoo
1 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Finfinnee (city) 3,273,000 526.99 5,198.49 Finfinnee
2 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Naannoo Affaar 1,723,000 72,052.78 19.58 Samaraa
3 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Naannoo Amaaraa 27,401,000 154,708.96 177.11 Bahar Daar
4 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Naannoo Benishaangul-Gumuz 1,005,000 50,698.68 13.23 Asoosaa
5 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Dirree Dhawaa (city) 440,000 1,558.61 219.32 Dirree Dhawaa
6 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Naannoo Gaambeellaa 409,000 29,782.82 10.31 Gaambeellaa
7 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Naannoo Harar 232,000 333.94 549.03 Harar
8 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Naannoo Oromiyaa 33,692,000 284,537.84 95.45 Finfinnee
9 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Naannoo Somaalee 6,453,000 279,252 (est.) 15.90 Jijjigaa
10 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa 11,426,000 93,800 121.81 Hawaasaa
11 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Naannoo Tigraay 10,056,000 53,638 94.66 Maqalee
12 Naannoolee Itoophiyaa: Walloo  Naannoo Sidaamaa 6,850,000 12,000 451.83 Hawaasaa
Qoqooddama Itoophiyaa Naannoolee Itoophiyaa: Walloo 
Naannoo
Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay
Magaalota Of Bulchan
Finfinnee | Dirre Dhawaa
Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura
Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo

Tags:

Heeraa Mootummaa ItoophiyaaItoophiyaaKafaaNaannoo HararNaannoo SidaamaaOromiyaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Aadaa OromooLootuu SheeyxaanaaElektirikiiSaayikoloojiiFaaruu OromiyaaTarree WalalooChiiliiMaqaa Ji’ootaJi'oota WoggaaSiiqqeeMaqaa BiqilootaaBaha AfrikaaAbbabaa BiqilaaLeencaGaa'elaDoonaaldi TiraampiYaayyaa shananMuuziqaaMatimaMalkaa BallooBuxusaOliiqaa DingilLubdaneessummaaAartii OromooSeenaa ItoophiyaaAfaan ArabaaDargiiQananiisaa BaqqalaaKaataarOgbarruuGoonni Gosa DhaalaTokkummaa Biyya MootiiBuutanKonkolaataaIswiidinAsallaaBootiswaanaaQorkeeQarcabbojaaAreeroo BoosarooElemoo QilxuuAdurreeArkiyooloojiiMeeksikooSarbiyaaOromoo MaccaaChaadDinquu DayyaasaaAteeteeKaartumBishaanChaayinaaHawussaaSirna GadaaMagarsaa BariiQubee Afaan OromooAnaatoomiiTarree muummicha ministeeraa IraaqBililleeDhaha BooranaaAlamuu QixxeessaaPileetooWaaqeffannaaWalqunnamtii saalaaShawaa BahaaAfrikaaHalluuUzbeekistaanWaaqoo GuutuuQaalluu🡆 More