Tarree Walaloo

Tarreen kun walaloo gabaaboo beekaman akka fekkeenyaaf tahuuf dhiheessa.

Yaa barumsa

Kitaaba barataa Afaan Oromoo irrattii walaloo akka fakkeenyaatti dhihaateedha. Yaa Barumsa Yaa Barumsaa Yaa Madda Bekumsaa Wa'e Fayidaa Kee Meeqansaan Ibsa Inni Tokkofanii Sammuu Nama Cimsa Barumsii Qabenyaa Kan Hunduma Keenyaa Kan Bu'ee Hin Cabne Kan Moofa'e Hin Shamne Kan Hattuun Hin Hanne Warrii Baratan Xiiyyaraa Oofuu Warrii Hin Baranne OKkite Sofuu! Okkotee sofuun barumsa Garuu barnootni safuu nama barsiisa

Barumsa

Utubaa guddinaa Kan fuuldurrii banaa Haabarannuu jabaannee Sabaa keenyaaf ibsaa taanee Walaalli duukkana Keessaa bahuuf hin laafinaa Kan barateef akki godhaa Fakkiin isaan murteessadha Sammuu keenyaa hidhatnee Marrii barnootaaf kaanee Walummaan tolaatti hin dhaabbatamuu Baruuf namnidirfama kan qabatuu

Kuusa jechoota.oromo

Tags:

Walaloo

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Afaan IngiliishGoogleTiyaatira OromooMuuziiHawaaMichelangeloTirinidaadi fi TobeegooXiinjireeAfran QallooLaggasaa WagiiMaqaa GuyyootaEebbisaa AddunyaaKiloorofiiliiHalluuQoqqoodama ItoophiyaaLeencaCumbooAndy WarholElemoo QilxuuIspeenSagilaalaBungulkattaaLafa GujiiGarba PaasifiikWalalooBooltiiItoophiyaaRukuttaaYugaandaaOromoo MaccaaYunaayitid Arab ImireetisGammachuu MagarsaaSheekkoo Qocaa fi SinbirrootaaAndooraaHeeliyeemiiMosaajiiShawaaHarargeeCirooOduu HarraaHenri MatisseMaansa MusaaSaalaaXiinannooMaqibsaArmeeniyaaRogbaayyeeIraaqIkkooloojiiZimbaabuweeBeelaarusNaayilPaarkii Biyyoolessaa Gaarren BaaleeBallina BiyyottaSirna-BiiftuuHarargee BahaaPaakistaanAsoosamaZalaalam AbarraaNaannoo SomaaleeTiyaatiraDNASarbiyaaMadagascarAmeerikaasDirree maagneetiiWaraqaaSaayikoloojiiBageemidir🡆 More