Harargee: Baay,ee gaariidha

Harargee Dhiha (West Harargee) godinaalee Oromiyaa kudha laman keessaa tokko yoo taatu, maqaan kunis maqaa durii kutaa biyyaa Harargee irraa dhufe

Harargeen dhihaa kibbaan Laga Shabalee kan godina Baalee irraa gargar baasuun, kibba-dhihaan godina Arsiin, kaaba-dhihaan naannoo Affaar, kaabaan naannoo Sumaalee, bahaan godina Harargee Bahaatiin daangeffamtee argamti. Bakki dheerina guddae qabu godina kanaaa Gaara Muktaar. Magaalan guddoon godina kanaa Ciroo, Baddeessaa,Hirna,Galamsoo, Machaaraa fi Mi'eessoo dha.

Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaa (Central Statistical Authority) akka akkasumas oomishota akka bunaa akka boqolo ashangore Jima fi kudra fi mudraa fi k.k.fkn kan gabateedha gabaasa Abbaa Taayitaa Bunaa fi Shayii Itoophiyaa irratti hundaa'e akka ibsetti bunni toonii 8,364.00 ta'u bara dhumaa 1997 E.C. (2005 G.C.) irratti akka Harargee dhihaati biqile ibseera. Kun immoo baasii Oromiyaa keessaa dhibbantaa 7.27% yoo ta'u, baasii biyya (Itoophiyaa) keessaa immoo dhibbantaa 3%

Harargen lixa ummata baayee iff kesaa qabdii

Seenaa IttuuITUU (Oromo: ITUU Carcar) gosoota ummata Oromo keessaa tokko. Gareen kun naannoo lixa Harargee ammaa keessatti ol’aantummaadhaan jiraata jirudha. Jechi sirrii biyya Ittuu "carcar" ykn "onaa ittuu" (bulchiinsa ittuu) dha. Egaa gosaa Harla dhabame gostii oromoo ittuu keessatti hammatame jedhamee amanama.

Ituu gosoota kudhan keessatti qoodamu: Bayee, Waayye, Addayyoo, Aroji, Babbo, Gadula, Wachale, Alga, Gamoo, Qalluu, garuu gosa Ittuu keessa Galan hin jiru.Hararghe lixa (Chercher) kan Qubatan Ittuu dha. Gaaffa Durii Oromoon Ittuu tokko tokkoon isaani “ONA” akka qaban manguddoon Oromo ni dubatu. Akkasuumaas Guutuu Harargee lixa qabatanii kan argaman Ilmaan Murawwa/Ituu jedhamuun kan beekaman yammuu tahu walumaaa galatti Gosootni kuniis dhuma Jaarraa kudha lammaffaa dura jalqanii seeraa gadaa tokkoon Odaa Bultum jalatti waggaa dhibba hedduuf of bulchaa turuu isaanii seenaan barreeffamaa adda addaa ni ibsa.

Hiddi laatinsa Oromota Harargee akka kanaan gadiitti tarreeffamu

Marawwaa (Ituu)

[Afran Mana Ituu ]

[Shanan Mana Baabboo]

[Afran Mana Ituu]

gaamoo, Bayee,arojii,wacalee.


Adaayy,oo Arroojj,ii Waayy,ee Baay.ee

/ Shanan Mana Baabboo.

--Baabb,oo, Algaa, elele, Waare fi Gaamoo

– Tan arra Annaa bokee ja’amtu “ona” Gosa Bayeetti.

– Hardim kaasee Bordadee hamatuun hanga awash “ona”Gosa Arroojiitti.

– Balbaletti ka’ee Galamsoon hamatuun hanga waacuutti “ona” Gosa Qaalluutti.

– Karra QurQuraa ka’ee Badessa hamatuun hanga Qunnitti “ona” Gosa Baabbootii.

– Tan arra Annaa ciroo ja’amtuu na”Gosa Wacaalleetti.

– Hirniti ona” Gosa Algaatti.

Duubii tenya irraatti namni tokko tokko Bakka Gosa Wacaallee ” ileelee” busuudhaan akka Gosa Ittuu ja’an garu kuni dogongora.

Wabii

Qoqooddama Itoophiyaa Harargee: Baay,ee gaariidha 
Naannoo
Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay
Magaalota Of Bulchan
Finfinnee | Dirre Dhawaa
Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura
Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo

r

Tags:

Oromiyaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Qeellam WallaggaaSaayippiresMooriishesKonkolaataaDurbummaaDhaamjechaAncootee (nyaata)Naannoolee ItoophiyaaMoosiiAlamuu QixxeessaaKaansariiNaannoo HarariiKooriyaa KibbaaQorsoddomaKutimaKuushArkimeedisAntiraaksiiSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeHirphaa GaanfureeMala dubbiiKirooshiyaaGoonni Gosa DhaalaGochimaGaaddisaa BirruuWalalooDargiiDaldala garbaaAfaan ArabaaSaayinsiiInjineriingiiUrjiiFardaAadaaAayislaandiHuseen BuneeQoqqoodama OromooAfaan SarbiyaaWaliso (magaalaa)MichelangeloMorookooDhifamummaaNaannoo AmaaraaYakkaFuula DuraMuuziqaaIslaamaaBageemidirNamummaaDoonaaldi TiraampiFinfinneeItoophiyaaMaqaa BiqilootaaKubeeSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaJimmaOromooSirni GogaaLeenjisoo DiigaaNorth AmericaMaatiwwan hortee kuushBildimaa (halluu)IstaatistiksiiWiikiipiidiyaaTarree chaanaalota televijinii Afaan OromooAdoolfi HitlerDhaha ChaayinaaAartii OromooOliiqaa DingilZooloojiiMaqibsa🡆 More