Meettaa Roobii

Aanan Meettaa Roobii aanolee naannoo Oromiyaa keessaa tokko yoo ta'u Godina Shawaa Dhihaa keessatti argama.

Karaa kibbaa aanaa Ejereetin, karaa kibba-lixaa aanaa Jalduutin, karaa kaaba-dhihaa aanaa Gindabaratiin, karaa kaabaa laga roobiin, fi karaa bahaa aanaa Ada'aa Bargaatin daangeffamee argama.gootaa akka Garbii Bultoo,Walee Bultoo kan qabdu yoo tahu gaarreen akka Tulluu qacamaa/gaara qillisaa/ ni qabdi.Magaalaa guddaan aanaa kanaa Shinoo akkasumas magaala Aanaa keessatti argaman Magaala Qaxqaxxoo,Magaala Golaa fi laga Roobii faa keesatti argamu.

Wabii


Aanolee Shawaa Dhihaa
Aanaa Ambo | Abuunaa Gindabarat | Ada’aa Bargaa | Baakkoo Tibbee | Calliya | Daannoo | Dandii | Ejeree | Gindabarat | Ilfata | Jaldu | Jibaat | Magaalaa Amboo | Meettaa Roobii | Midaa Qanyi | Noonnoo | Tokkee Kuuttaayee | Xuqur Incinnii

Tags:

EjereeGindabaratJaldu (aanaa)OromiyaaShawaa Dhihaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Hantuuta moluu qaama qullaaGammachuu MagarsaaFiliippiinsiBulee HoraaWangoo 2021Wallagga DhihaaDambaliiSirni bullaa’insa nyaataaNeeppaalAfrikaa KibbaaGaa'elaWaraana CalanqooUltravioletIsiraa'elSaayinsii HawaasaaAlleleSirna maashaaleeBabalina OromoTarkimeenistaanOnneeGudar (magaalaa)AtamiiGodina sa'aatiiMattuuJawaar MahaammadAfgaanistaanAreeroo BoosarooSodiyeemiiWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaKamaal GalchuuAfrikaa cirachuuIbantuXurree AannannooKemistiriiSa’o Toomee fi PiriinsippeeTaayilaandAbiishee GarbaaUummamaGaaddiddeessuu AduuNooleeTanzaaniyaaDagaaGindabaratShaggooyyeeHawwisoo OromooABOSibiila diimaaKiristaanummaaShaashamanneSeerlugaTaaddasaa BirruuKofalee (aanaa)Abooma mitiku WaqooOromo WallagaSaayinsiiFaaruuAmeerikaaAfrikaaShawaaDhuubbaa zayitiiDhamsagaAsteer Gannoo🡆 More