Aanaa Jaldu

Aanaa Jalduu aanolee naannoo Oromiyaa keessa tokko yoo ta'u Godina Shawaa Dhihaa keessatti argama.

Aanaan kun erga hundeeffamte waggoota baay'ee lakkofsiste jirti. Aanan jalduu magaala guddittin ishee Goojjoo jedhama. Magaalaa Goojjoo aanaa Jalduu deemuf Finfinnee irraa kaatee gara magaalaa Amboo gahuuf KM 35 yennaa si hafu magaalaa Giincii keessan gara kaabatti goroodhan laga Awaash ceetee Bosona cillimoo keessa baatee gubbaa gaalessa keessa darbuudhan gandoota baadiyyaa teessoon lafa ishee kan nama simatu fii dachee magariisuu daawwachaa magaalaa Goojjoo seenta.

Wabii


Aanolee Shawaa Dhihaa
Aanaa Ambo | Abuunaa Gindabarat | Ada’aa Bargaa | Baakkoo Tibbee | Calliya | Daannoo | Dandii | Ejeree | Gindabarat | Ilfata | Jaldu | Jibaat | Magaalaa Amboo | Meettaa Roobii | Midaa Qanyi | Noonnoo | Tokkee Kuuttaayee | Xuqur Incinnii

Tags:

Naannoo OromiyaaShawaa Dhihaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Hawaasa ItoopiyaaTarree GurmuurjiiHantuuta moluu qaama qullaaMana Barumsa XareetaaLaamberti BaartelsiKaleeSiwiizerlaandiCiigooSeenaa Itoophiyaa SirriiHerregaDaawwii(Tourism)Frida KahloDippilomaasiMatimaAfrikaa Giddu GaleessaaKubbaa jaawudaFrequencyBaaroo TumsaaAadaa OromooArabiffaaZalaalam AbarraaHoosiiftootaJulius CaesarAliyyii CirriiPiroteestaantiiAndooraaIndiyaaSingaappoorKitaabaVeetinaamEertiraaMaaynamaarFaaruu ItoophiyaaJawaar MahaammadFayyisaa LeellisaaDhaha BooranaaHeeliyeemiiBishooftuuHaayidirookaarbooniiShawaa KaabaaYamanAllaattii SheeyxaanaaCaccabsaaOostiriyaaFiliippiinsiJimmaa RaareeTaayilaandDimookiraasiiKofalee (aanaa)SeenaaMagarsaa BariiNaannoo SomaaleeOromoo BaarentuuKaarli Firidiriish GaawusKirgistaanKilimanjaarooOgbarruuPaappu'aa Niwuu GiiniiDong HoiIfaNewsOliiqaa DingilAannannoo🡆 More