Naannoo Somaalee

Mootummaan Naannoo Sumaalee (Afaan Sumaalee: Gobolka Soomaalida) mootummoota naannoo Itoophiyaa keessa tokko; naannoon kun fiixe baha biyyattiitti argama.

Sumaalee
Naannoo Somaalee
Naannoo Somaalee
Biyya: Itoophiyaa
Magaalaa Guddaa: Jigjigaa
Afaan Hojii: Sumaaliffa
Ballina: 279,252 km²
Baayyina ummataa: 5,318,000
Tuuta'insa ummataa: 19/km²

Yeroo baayyee naannon Sumaalee Soomaali Galbeed ("Sumaaliyaa Dhihaa") jedhama; kunis Sumaaliyaarraa gara dhihaatti waan argamuu fi. Naannoon kun karaa dhihaa naannoo Oromiyaa, naannoo Affaarii fi Dirre Dhawaadhaan, karaa kaabaa Jibuutidhaan, karaa kaabaa, bahaa fi kibbaa Sumaaliyaadhaan, fi karaa kibba-lixaa Keeniyaadhan daangeffama.

Wabii

SumaaleSumaale

e

Qoqooddama Itoophiyaa Naannoo Somaalee 
Naannoo
Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay
Magaalota Of Bulchan
Finfinnee | Dirre Dhawaa
Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura
Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo

Tags:

Dirre DhawaaItoophiyaaJibuutiiKeeniyaaNaannoo AffaarOromiyaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Sirna maashaaleeTaayilaandHirmama SeeliiOliiqaa DingilSuriinaamLafaHarargee lixaBaacooOrtodoksiiAbiyyi AhimadDaldalaAbuurraa AfrikaaWarrana Adunya 1Andiroomeedaa (Tuuja)Naannoolee ItoophiyaaUjummoo dhiigdeebistuuDhahaInformaatiiksiTo’annoo lakkoofsaaHeeraa Mootummaa ItoophiyaaAfaan alaabaaOromoo Tuulamaaey1fhQooccoTiyaatira OromooWanciiNeeppaalMarsaa seeliiSiiriyaaAreeroo BoosarooGudeeduHantuuta moluu qaama qullaaTaaddasaa BirruuBaalciiYugaandaaBiqilaaWatanaHaayidirookaarbooniiNaannoo ItoopiyaaFaaruuKaleeBaayoloojiiMobileGaaddisaa BirruuDhiigaDhamsagaGudeeddiiIbantuWiikiipiidiyaaDWallaga BahaaAmantiiMunyuuqeeBineeldaIspeenSaldaqaaQoqqoodama OromooMaaynamaarAsekoQilleensa MarsaaDega (woreda)PilaaneetootaOdaaAncooteeAsallaaMaammoo MazammirKuubaaBulee HoraaSahaaraa DhihaaQoqqoodama ItoophiyaaShaggooyyee🡆 More