Warrana Adunya 1

Waraana Addunyaa 1ffaa akkasumas Great War fi Waraana waraana hunda dhaabuu (The War To End All Wars) kan jedhamu waraana biyyoota addunyaa baay'ee jidduutti godhame yoo ta'u, kan itti geggeeffames Awurooppaa keessatti bara 1914-1918tti.

loltootni fi namoonni nagaa miliyoona sagal caalan du'aniiru. Waraanni kun immoo seenaa jaarraa 20ffaa keessatti faayidaa guddaa qaba.

Warrana Adunya 1

Allied Powers kan jedhamani Firaansi, Raashiyaa, Yunaayitid Kiingdem akkasumas bara 1917 kan waraana seente United States ta'anii Central Powers kan jedhamanii Austria-Hungary, Jarmanii fi Ottoman Empire mo'ataniiru.

Tags:

Awurooppaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Nyaata aadaa OromooShawaa DhihaaMammaaksaAbiishee GarbaaGochimaMadaalqaDhaabaa WayyeessaaBaayiloojiiMaashiniiMaqaa BiqilootaaXiwwaasaFSaan MaariinooRudaOrgaanizimiiWarrana Adunya 1JaappaanKiloorofiiliiMoggaasa (Nomenclature)DurbummaaCrust (geology)Wallagga DhihaaHiibbooElektirikiiHerregaSirna BiiftuuElektirooniksiiOromoo TuulamaOromoo WallooAllaattiiwanBaacooDinagdeeIspeenEebba OromooUSAMaalaawiiKallachaMeettaa RoobiiGodina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneYunaayitid Arab ImireetisBaallii wal harkaa fuudhuu Me'ee BokkooRamaddamee(Taxonomy)PilaaneetiiItoophiyaaLammaa GuyyaaAlii BirraaXiinbiqilaDhohinsa MuummeeOnesmoos NasibAddooyyeeDimookiraasiiJajjabooWalaabuu/hawaaAfgaanistaanAfaan SarbiyaaTarree Jechama OromooJajjuu (aanaa)Rooba DaayimandiiSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeHajii Adam SaaddooKubbaa miillaaKanaadaaAfrikaa KibbaaDurduubeeQorannoo jechoota ijooGodina GujiiRukuttaaBishooftuu🡆 More