Oromoo Tuulama: Oromoo

Tuulamni latiinsa Oromoo damee Boorana hidda dhaloota Raayyaati.

Ilmaan Raayyaa lamaan Maccaa fi Tuulamni kan dhalatan Tullu Eegduu irratti. Ilma hangafaa kan ta'e Tuulamni, lafa abbaa isaa Raayyaatti qubate.

Tuulama kibbaan Haroo Dambal haga kaabaan Walloo fi Raayyaatti kan qubatee jiruudha. Bahaan Karrayyu haga Lixaan Walisoo qubate. yuulamni Godinoota Oromiyaa Shawaa Kibba Lixaa, Shawaa Lixaa, Godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne, Shawaa Kaabaa fi Shawaa Bahaa keessa warra qubate. Godinoota naannoo Amaaraa Shawaa Kaabaa, Godina Oromiyaa fi Walloo Kibbaa keessa Oromoota Tuulamaa Doobbaa, Waayyuu, Laaloo, Maammaa, Geeraa, Gishee baasoo fi Warana, Liche, Alkoo Bar, Majatee, Sanbatee, Qawaati, Jillee fi Dhummuugaa kan jiraataniidha. Akkasuma Naannoo Tigraay keessas ni jiru.

Hidda Dhaloota Tuulamaa

Tuulama ilma Raayyaa ilma Marrawwa ilma Walaabu ilma Odaa ilma Nagawoo ilma Gurraacha ilma Saammalo ilma Boorana ilma Oromoo ilma Horooti. Horo Waaqa uume. Hidda dhaloota gubbaa gadi yoo laakkawamu akka armaan gadiiti.

  • Horo
  • Oromoo
  • Boorana
  • Saammalo
  • Gurraacha
  • Nagawoo
  • Odaa
  • Walaabu
  • Marrawwa
  • Raayyaa
    • Tuulama
    • Macca

Latiinsa Tuulamaa

Ilmaan Tuulama sadaniif isaan boodaa.

  • Tuulama
    • Daaccii
      • Galaan
        • Jidda
        • Liiban
        • Aabbu
        • Ada'a
        • Warra Jaarsaa
        • Gaadulla
      • Oboo
        • Gimbichuu
        • Gullallee
        • Oborii
        • Yaayyaa
        • Eekka
        • Digalu
        • Gamu
      • Sooddo
        • Oditu
        • Liiban
        • Tum'e
    • Bacho
      • Iluu
      • Meettaa
      • Waajitu
      • Garasuu
      • Keekku
      • Uru
    • Jiille
      • Goona
      • Guusa
      • Looyya
      • Warre
      • Siiba
      • Gindo

Wabii

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Meettaa RoobiiOromoo MaccaaHaroo ShaallaaDurduubeeFakkiiDNAMaark TiweeynSirna narviiMunyuuqeeRiippabiliika KoongooHeeraa Mootummaa ItoophiyaaAfoolaChaayinaaIspoortii AadaaWalqabsiistuuBaayoogaaziiNeeppaalMarqaaXalayaaKaraabichaBakar WaareeBoqojjii (magaalaa)Zalaalam AbarraaMaqedooniyaaSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeAbbush ZallaqaaMaqaalee Rabbi (Islaama)GudeeduMarsaa seeliiSirna GadaaAddeessaDirree DhawaaTarkiiOmaanSirna DhuyyaaOromiyaKooriyaa KaabaaSa'ud ArabiyaaAristootilEebbisaa AddunyaaRoobeeTropical cycloneLimmuu fi BilbilooSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaMootummaa GeeraaDimookiraasiiBETKuushBusaaQaalluuKumsaa MorodaaBuno BaddalleeSheekkoo Leencaa fi JaldeessaaTarree SheekkooMaayitoosisiiAsaassii(Gill)South AmericaNaqamteXurunash DibaabaaAwustireliyaaKofalee (aanaa)SaayippiresHarree diidooAsiidiiShawaa Kaabaa🡆 More