Awustireliyaa

Awustireliyaa, akka ofiisaatti Koomanwelt Awustiraaliyaa ta'uu ibsameera, kan jedhamtu biyya kibba Hemispheretti argamu yoo ta'u, lafti kun Ardii addunyaa keessaa diqqitti ofii kessa qaba.

Haa ta'u malee Awustireliyaa odoloota guguddoo kan akka Tasmaaniyaa fi odoloota xixiqqaa Garba Indiyaa fi Garba Paasifiik kessatti argamanii of keessaa qaba. Biyyonni dhihoo Awustireliyaatti argamani kaaban Indoneeshiyaa, Tiimor Bahaa fi Paappu'aa Niwuu Giinii, kaaba bahaan Odoloota Solomoon, Vaanu'atuu fi Niwuu Kaledooniyaa (Firaansi irra kan bilisoomtee) akkasumas kibba bahaan Niwuu Ziilaandi jedhamanitu argamu. Magaalaan guddoon Awustiraaliyaa Kaanberaa yoo taatu, magaalaan guddittii ammoo Siidnii dha.

Awustireliyaa
Alaabaa Awustireliyaa.
Awustireliyaa
Asxaa uffataa Awustireliyaa.
Awustireliyaa
Iddoo itti argama Awustireliyaa.
Awustireliyaa
Kartaa Awustireliyaa.

Mootummootaa fi naannolee

Alaabaa Asxaa qaamaa Maqaa Magaalaa guddoo
Awustireliyaa  Awustireliyaa  Awustiraaliyaa Dhihaa Perth
Awustireliyaa  Awustireliyaa  Awustiraaliyaa Kibba Adelaayid
Awustireliyaa  Awustireliyaa  Kuwiinslaand Brisbeen
Awustireliyaa  Awustireliyaa  Naannoo Magaalaa Guddittii Awustiraaliyaa Kaanberaa
Awustireliyaa  Awustireliyaa  Naannoo Kaabaa Daarwiin
Awustireliyaa  Awustireliyaa  Niiw Saawuz Weels Siidnii
Awustireliyaa  Awustireliyaa  Taasmaaniyaa Hoobart
Awustireliyaa  Awustireliyaa  Viiktooriyaa Melboorn

Akkasumas ilaali

  • Lammiileen Awustiraaliyaa


Ardii

Tags:

FiraansiGarba IndiyaaGarba PaasifiikIndoneeshiyaaNiwuu ZiilaandiPaappu'aa Niwuu GiiniiSiidniiTiimor Bahaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

KaartaaAntiiguwaa fi BaarbuudaaMudhii lafaaHarkisooGiiniiZimbaabuweeSululaBusaaKubbaa jaawudaMoosiiAlleleAbbaa Jifaar IOdeeffannooNarviiLe CorbusierAdoolfi HitlerBineeldaSarbiyaaSeenaaJoordaanGaaddisaa BirruuAlamuu QixxeessaaMirgoota Dhala NamaaGoogleAngoolaaJudaayizimiiKubbaa miillaaAartiiAfran QallooEebba WaaqeffannaaWaaqeffannaaBaangilaadishAfaan SarbiyaaKallachaRiippabiliika Dimookiraatawaa KoongooBashurreyyiiBaalaHarargee DhihaaLafaChaayinaaAntiraaksiiYuutubiiTuniisiyaaIraaqOliiqaa DingilTarree Eebba OromooXurunash DibaabaaGiinii-Bisaa’uuMala dubbiiMaaynamaarGiingisuuGumiiAayislaandiMooskooXiinannooYuurooppiBirsagaHerregaNeeptuuniinBudizimiiCDubliinMoldoovaaBoortee xulubaaElektirikiiAmbo (magaala)Yohannis Guutinbergi🡆 More