Maayitoosisii

Maayitoosisii(Addaan bahiinsa walqixaa| hirqixxoo)n adeemsa hirmama seelii ilmoolee seelii lama kan walii fi warra isaanii fakkaatan oomishudha.

Adeemsa kana keessatti seeliin ilmoo seelii warraa wajjin lakkoofsa kiroomsomootaa haalaan wal fakkaatan qabu.

Maayitoosisii
Seelii bineensotaa keessatti maaytoosii (marsaawwan faallaa sa’aatii tartiiba qaban).
Maayitoosisii
Maaytoosiin kiroomozoomota niwukilasii seelii keessatti argaman qooda .
Maayitoosisii
Suuraa seelii lubbuu qabu kan asxaa irraa bilisa ta’e kan Seelota Bu’uuraa Mesenchymal kan maaytoosii keessa jiran

N __________ N

2N __________ 2N

46____________ 46

Gosti hirmama seeli kun yeroo guddina orgaanizimoota fi wal-Hormaata al-saalessaa kan geggeeffamu dha. Sadarkaa Maayitoosisii hirmama seelii kana bakka afuritti qooduun ni 69 danda’ama. Kunis piroofeezii, meetaafeezii , anaafeezii fi teeloofeeziidha

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

DhahaMaark TiweeynGoogleBageemidirKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaYandiiAdda Bilisummaa OromooXiwwaasaSeenaa Itoophiyaa SirriiTarree Eebba OromooLitiyeemiiPaarkii Biyyoolessaa Gaarren BaaleeEebbisaa AddunyaaTorobbiiAddeessaAsteer GannooTiyaatiraAantimaBaha AfrikaaKooriyaa KaabaaOromoo ItuuSiidniiMaxxantuuOdaaSheek Mahaammad Rashaad AbdulleeKaartaaLerransaLafa GujiiTarree boqonnaawwan QuraanaaBokkuuIsaaq NiwuutenDimookiraasiiJimmaa RaareeJaamboo JooteeGumiiYerooElemoo QilxuuWallagga BahaaMoshchenaMaqaa Ji’ootaBarliinMaatiwwan hortee kuushNaayilLeencaIraanSeenaaFaaruu OromiyaaFaaruu ItoophiyaaOromiyaArsiiDaldala garbaaGumii Waaqeffattoota AddunyaaKaarentii elektirikiiQocaa fi SinbirrootaUrjiiHeyitiiOgbarruuKuushBaayoloojiiTarree Ciigoo OromooSardiidaa fi LukkuuKalqabeeJaarraa Abbaa GadaaYuunivarsiitii HaramaayaaLimmuu fi BilbilooSararran GadeeAteetee🡆 More