Isaaq Niwuuten

Isaaq Niwuuten fiizisiistii, ogeessa herregaa, astroonoomara fi falaasessaa uumaa biyya Biritaaniyaa ture.

Is’haaq Niiwtan
Isaaq Niwuuten
Ogummaa: fiiziziistii, ogeessa herregaa, astroonoomara fi falaasessaa
Biyya: Yunaayitid Kingidem
Guyyaa dhalootaa: 1642
Bakka dhalootaa:
Guyyaa du'aa: 1726

Kitaabni itti-bultoota herrega fi falaasama umaa irratti inni bara 1687tti katabe seenaa sayinsii keessatti kitaabota dura-bu’oota keessaa tokko, kitaabota herregaa gurguddaa duubarra dhufaniif utubaa tahuudhaan. Kitaaba kanarratti Niwuuten akkaataa ofitti-harkisa lafaa (gravity) fi heera sochii sadiin addaan baasee ibsa. Dhufiinsa Diifaranshaal kaalkules fi integraal kaalkulesiitiif, herrega keessatti Niiwtan, Gootfiriid Viilhelmi Laayibiniiz waliin galata qaba.

Wiki Commons on Isaaq Niwuuten

Tags:

Gootfiriid Viilhelmi Laayibiniiz

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

XaaliyaaniiAsoosamaAlii BirraaFiriiMoogaa(Diamond)HeelleeJi’oomeetirii jabaaWarra GowwaaFaalama Qilleensaa Fi NaannooHerregaGodina BooranaaLeencaa fi Dhala NamaaQabbanbalaliiAfaanAfaan OromooWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaMoldoovaaIswiidinIkkooloojiiJaarraa (aanaa)WaalgaaInjineriingiiMammaaksaMaakeemaSeenaaX-raysTiyaatiraSheekkooMoolaaliitiiDadacha'insa LafaaLafaAbooma mitiku WaqooAdmaasuu BiraanuuDubliinKaarbooniiFiiziksiiJajjuu (aanaa)DurbummaaHarkaa fi harma muraa AanoleeGuutamaa HawaasGaaleeWaliso (magaalaa)GochimaBaakkoo TibbeeAfrikaaRaagamtaaAwustireliyaaAbdiisaa AagaaGarba Kibba cabbiiNyaata fi miidhaa isaTapha ijoolleeGudeeddiiQubee Afaan OromooAbbaa Jifaar IEeshiyaaIsiraa'elSirna narviiMooskooAdurreeSaayikoloojiiAppiliiSingaappoorHorroo GuduruuSaayinsii HawaasaaCaccabsaaTarree SheekkooRaadaariiMakkoo BiliiOgbarruuAsallaaJechibsoo jechoota kubbaa miilaa🡆 More