Seenaa

Mayyuu Gammoojji qa,ee seena Lafa seena-qabeettii mayyuu!

Gaafa qa'ee gammoojji yaadan buunu sochii qabsoo hidhannoo nu dura dhufaa, qaanqee qabsoo bilisummaa akka hangasuu nutti ifee mul'ataa. nama fi sa'aan warra bu'uura tahee hunda yaadan irraa naanna'uu feena. seenaa qabsoo bilisummaa keessatti qa'ee hunda dursee qabsawoottaa hirirsee, hegeere dhalotaa ammoo Qajeelfama diriiraa godhe sochoosuu jalqabe qubsumaa dabbal duuba kana jechuu dandeenyaa. qaanqee qabsoo bilisummaa achitti biqilee. manguddoon ta'e haasa'uu isaanii waa'ee qabsoo Coollee Anniyyaa, Katabee Mayyuu dubbattuu qunnamtaa. ijoollee isaani ammoo jechoota warraqsattiin muka gubba iyyituu dhaggeysaa, yeroo kanaa hidda qabsoo bilisummaa tahuu qofa hubachuu dandessaa!

Mayyuu qa'ee jajjabaa diina itti kufee fi lafa lafee gootota itti cabxee qofa osoo hin taane warra seenaa beekuu biratti ammallee dhiiga wareegamtoota qabsoo bilisummaatti lafa diimate nutti mul'ataa. wareegaama Ayyaantuu dagaa fi Aneeysoo waaree faa garaa nu yaadata. Magaal

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

PeeruuWarroomii (faankishinii)MichelangeloQorannoo jechoota ijooAdda Bilisummaa OromooLafaBaankiiTarree Jechama OromooHawwisoo OromooAmbo (magaala)South AmericaNaannoo OromiyaaSirna hargansuuAfaan IngiliishBamaqaaGaa'elaMaqaa kabajaa JimmaaQur'aanaNaannoo SomaaleeIslovaakiyaaHirmaata Dubbii Afaan OromooLaayibeeriyaaRookeetii(furgaatuu)Seenaa jireenyaaBaakteeriyaa(Bacteria)MootummaaVeetinaamOg-barruuVaatikaanEl SalvaadorAwustireliyaaAfgaanistaanElektirooniiYaayyaa shananDaannooHalluuZimbaabuweeTarree Eebba OromooQaalluuArsiiMaansa MusaaYerooLiyoonaal MeesiiWallaggaAbiishee GarbaaGaara Mul'ataaBulee HoraaSagaleeDhundhulaTarree SheekkooSomaaliyaaFinfinneeXaaliyaaniiQorsaaBaqqalaa GarbaaBulgeeriyaaDurbummaaSiiqqeeWallagga DhihaaFiicheeJechamaOromoo BaarentuuNaannoo AffaarVaakiyuuliiDaldala garbaaHenri MatisseDaayoodiiGalaana DiimaaOromoo WallooBildimaa (halluu)🡆 More