Baakkoo Tibbee

Baakkoo Tibbeen aanaalee godina Shawaa Dhihaa naannoo Oromiyaa 180 biyya Itoophiyaa keessaa tokko.

Kaabaan, kibbaan fi dhihaan godina Wallagga Bahaatiin akkasumas, bahaan aanaa Calliyaatiin daangeffamti! Magaalaan guddoo aanaa kanaa Baakkoo yootaatu, magaallan biroo kanneen akka Shobokaa fi Tibbees achitti ni argamu. Odaalee Oromoo bebbeekamoo keessaa tokko kan ta’e, Odaa Gudayyaa aanaa kanatti argama. Manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa 38 keessaa 20 kutaa 1-4, akkasumas, 18 immoo kutaa 1-8f tajaajila kennaa jiru. Manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa afur keessaa 3 kutaa 9-10f kan biraan immoo 9-12f tajaajila kennaa jira. Tajaajilli fayyaas, gidduu gala fayyaa 1 kilinikoota 10 (health post) 6

File:Shawaa Dhihaa.jpg
Aanolee Shawaa Dhihaa


Aanolee Shawaa Dhihaa
Aanaa Ambo | Abuunaa Gindabarat | Ada’aa Bargaa | Baakkoo Tibbee | Calliya | Daannoo | Dandii | Ejeree | Gindabarat | Ilfata | Jaldu | Jibaat | Magaalaa Amboo | Meettaa Roobii | Midaa Qanyi | Noonnoo | Tokkee Kuuttaayee | Xuqur Incinnii

Tags:

BaakkooCalliyaaItoophiyaaOromiyaaShawaa DhihaaWallagga Bahaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

PilaaneetootaWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaOromoo TuulamaBiqilaaTsunamisGodina Baalee BahaaBaalaOromiyaAristootilDurduubeeSadhata waliigalaaMootummaa GeeraaAsiidiiDhamsagaAbbaaduulaa GammadaaSaayinsii HawaasaaSaffisaQur'aanaSardiidaa fi LukkuuAfaan ArabaaASarbiyaaSirna GadaaShawaaAbubakar MuussaDaldalaaDhundhulaItoophiyaaFincila BaaleeSiyaasaMaatiwwan hortee kuushHarkisooLubbiyyoo saalaa (gametes)Qoqqoodama ItoophiyaaLibaanonWalalooHawaasaHo'a AdunyaKumsaa MorodaaBageemidirDega (woreda)EeshiyaaTiyaatiraGodina JimmaaFaaruuTaaksonoomii ykn xinramaddiiRaashiyaaMahaammad HasanAwustireliyaaMarqaaDaldala garbaaSeenaa Itoophiyaa SirriiSirna narviiKalqabeeMaxxantuuAmantiiShawaa KaabaaGuddinaa TumsaaDargiiHiibbooWaaqoo GuutuuBaayiloojiiFaaruu ItoophiyaaAncootee (nyaata)🡆 More