Faaruu Itoophiyaa

የዜግነት ክብር በኢትዮጵያችን ፀንቶ ታየ ህዝባዊነት ዳር እስከዳር በርቶ ለሰላም ለፍትህ ለህዝቦች ነፃነት በእኩልነት በፍቅር ቆመናል ባንድነት መሰረተ ፅኑ ሰብዕናን ያልሻርን ህዝቦች ነን ለስራ በስራ የኖርን ድንቅ የባህል መድረክ ያኩሪ ቅርስ ባለቤት የተፈጥሮ ፀጋ የጀግና ህዝብ እናት እንጠብቅሻለን አለብን አደራ ኢትዮጵያችን ኑሪ እኛም ባንቺ እንኩራ።

| Afaan Oromootti yoo hiikamu immoo Tabaroon lammummaa Itoophiyaa teenyatti jabaatee Ummattummaan daangaa hamma daangaatti ifee muldhatee Nagaaf, haqaaf, bilisummaa ummattootaaf

Walqixxummaafi jaalalaan dhaabbanneerra tokkummaaf 

Hunde- jabeessa namummaa hinmulqine

Uummattoota nuti hojiif hojiidhaan kan jiraanne 

Waltajjii aadaa maalalchiistuu warra hambaa buleeyyii Badhaasa uumamaa harmee ummata jajjabeeyyii

Sitiksina irbuu qabna 

Itoophiyaa teenya nuuf le'i nus siin boonna.

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Mootummaa AaksuumNaannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota KibbaaDoonaaldi TiraampiMaaynamaarNaannoo AmaaraaAustraliaDiabetesXalayaaVaatikaanAncootee (nyaata)Saayinsii HawaasaaBaakteeriyaa(Bacteria)IstooniyaaTanzaaniyaaMaqedooniyaaMagarsaa BariiMatimaAsoosamaGiriikDinquu DayyaasaaBakar WaareeOromoo TuulamaaJajjaboo sabaaOromoo TuulamaTokkummaa Koonyootaa AmeerikaaMuhaammad GadaaYuukireenMelaninQilleensa MarsaaGeerarsaKooriyaa KaabaaAadaa OromooTarree Aanolee OromiyaaEebbisaa AddunyaaTiyaatiraPanaamaaDandiiRukkinaAddooyyeeBaaleeTareentaa (Maatiriksii)HawaasaCanadaItita DhiigaaAbdiisaa AagaaGochimaGeerrarsaKubbaa miillaaMattuuBulee HoraaMaansa MusaaGalaana DiimaaBowwaaBallina BiyyottaSirna DhuyyaaElektirooniksiiFIFAAntiroppooloojiiCaaroo NAdda Bilisummaa OromooTarree Hiibboo OromooAfaan IngiliishPaakistaanLaga AwaashOliiqaa DingilRed Sea🡆 More