Afaan Arabaa

Arabiffi maqaa afaan kan Arabiffaa nannoo jaarraa 6ffaa keessa turerraa dhufeef kenname dha.

Afaan Arabaa (العربية/عربي/عربى)
Kan dubbatamu: Afrikaa: Aljeeriyaa, Chaad, Ijiipti, Jibuutii, Komoroos, Liibiyaa, Mooritaaniyaa, Morookoo, Sahaaraa Dhihaa, Somaaliyaa, Sudaan, Tuniisiyaa
Eshiyaa: Baahireen, Iraaq, Isiraa'el, Joordaan, Kuweet, Libaanon, Omaan, Kaataar, Sa'ud Arabiyaa, Siiriyaa, Yaman, Yunaayitid Arab Imireetis
Naannoo: Afrikaa, Eshiyaa
Dubbattoota: 280.000.000
Sadarkaa: 5
Qooddama: Afroo-Eshiyaatiik
Afaan Arabaa
Haala Ofiseelummaa
Afaan ofiseelaa:
Kan too'atu:
Koodii
ISO 639-1 ar
ISO 639-2 ara
Afaan Arabaa
Bakka itti dubbatamu
Kanas ilaali: Afroo-EshiyaatiikAfaan

Kunis afaan barreeffamaa fi Arabiffaa adda adda bakka adda addaatti dubbataman, Giddugala Bahaatii kaasee, Kaaba Afrikaa fi Gaanfa Afrikaa keessatti kan dubbatamu of jalatti qabata. Arabiffi maatii afaan Afiroo-Eeshiyaatikii jalatti ramadama.

Tags:

Afaan Afiroo-Eeshiyaatikii

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Boortee xulubaaMobileAppiliiX-raysSammuu namaaKuusdeetaaSeenti Viinsenti fi GiranadiinsiDaldala garbaaQurxummiileeIndoneeshiyaaInjineriingiiBashurreyyiiIbolaaFiiziksiidubara'aKitilaBoliiviyaaLiibiyaaOromo WallagaSeenaaFaaruu OromiyaaFiiziyoloojii(xinqaama)KubeeWaasheeJaariftinaHarargee lixaKaartaaAfrikaa Giddu GaleessaaTiyaatira OromooAlleleMadana ElektrooloobilaaDaraartuu TulluuIbrDambi DoollooBirsagaGORSASeenaa GibxiiGamtaa AfrikaaOromiyaa DhihaaMudhii lafaaKirooshiyaaLibaanonHarargee BahaaWarqeeQarcabbojaaLeencaYaad-rimee tuutaaCaaccuuBakkalchaFaaruu jaalalaaKemistiriiMatimaBunaMagaala BishooftuuIluu Abbaa BooraaQixxaatooNaqamteMaqaaGiranaadaaRaagamtaaIsiraa'elCaarooBililleeQolaalqabeeyyiiHibbooFakkiiOromoo BaarentuuLafaBungulkattaa🡆 More