Qubee Afaan Oromoo: Jechota

Qubeen Afaan Oromoo, Afaan Oromoo baruuf bu'ura dha.

Qubeen kun ka'umsi isaa Laatinii yoo ta'u yeroo ammaatti bal'inaan itti hojjetamaa kan jiru dha. Qubeen Afaan Oromoo qubee guguddaa fi qubee xixiqqaa jedhamuun lamatti qoodama.

Qubee Guguddaa

Gabateen armaan gadii qubee Afaan Oromoo gurguddaa agarsiisa:

Qubee gurguddaa
A B C D
E F G H
I J K L
M N O P
Q R S T
U V W
X Y Z

Qubeelee armaan olitti barreeffaman alattis qubeen Afaan Oromoo qubee guguddaa warra qubee dachaa ta'a of keessaa qaba. Isaanis:

Qubee Dachaa
CH DH
NY PH
TS ZY

Hubachiisa: P, TS, V, Z, fi Zy n sagalee fi jechoota afaan ollaa fi addunyaa biraa irraa ergiffanne. Itti gargaaramuuf akka salphatuuf kan uumame malee sagalee dubbifamaa kanniin Afaan Oromoo keessatti hin argaman

Qubee Xixiqqaa

Afaan Oromoo qubee xixiqqaa gabatee armaan gadii keessatti agarsiifaman qaba:

Qubee Xixiqqaa
a h o v
b i p w
c j q x
d k r y
e l s z
f m t
g n u

Qubeelee armaan olitti barreeffaman alattis qubeen Afaan Oromoo qubee xixiqqaa warra qubee dachaa ta'an of keessaa qaba. Isaanis:

Qubee Dachaa
ch sh
dh ts
ny zy
ph

Hubachiisa: p, v, z, ts, fi zy n aadaa sabafi sablammii naannoo Oromoo jiraatanii calaqqisiisuuf kan uumamani malee Afaan Oromoo keessa hin jirani. Garuu, jechoota ergissan dhufan waajin, qubeewwan kun amma tokko Afaan Oromoo keessatti hojiirra oolaniiru.

Qubee Dachaa Torban (7)

Qubeen dachaa qubee sagalee addaa ta'e, kan qubeewwan digdamii jahan keessa hin jirre of keessaa qabu. Sagalee qubee kanneenii qubeewwan dubbifamaa gara garaa lama walitti fiduun barreeffamu. Qubeewwan dachaan kunniin qubee akka SH, NY ,CH, DH, PH ,ZH fi TS ti. Qubeewwan dachaa kanneen keessa qubeen TS quboota akka P,V fi Z dabalatee qubee ergifannaa ykn qubee alagaa jedhamanii beekkamu.

Wabii

  • Catherine Griefenow-Mewis (2001). A Grammatical Sketch of Written Oromo (Grammatical Analyses of African Languages), Rüdiger Köppe
  • Qubbee Afaan Oromoo

Kitaaba Sheek Mahaammad Rashaad Abdullee Carcar

Tags:

Qubee Afaan Oromoo Qubee GuguddaaQubee Afaan Oromoo Qubee XixiqqaaQubee Afaan Oromoo Qubee Dachaa Torban (7)Qubee Afaan Oromoo WabiiQubee Afaan OromooAfaan Oromoo

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Al Hilaal SFCMagaala BishooftuuJaamboo JooteeXurunash DibaabaaKeeyyataAfaan ArabaaSagaleeWatana dukkanaaFardaSaayinsiiMeetiiFaaruu looniiMararaa GuddinaaAfaan SomaaleeJaappaanSheekkoo Leencaa fi Dhala NamaaLij IyyaasuuOrgaanizimootaItita DhiigaaDirree DhawaaGudeeduHimaRiippabiliika KoongooAlbiyumiinSheekkoo Qocaa fi SinbirrootaaXiinnaannooGarba PaasifiikNaayilIjiiptiSeenaa OromooShawaa DhihaaCigooHibbooWiikiipiidiyaaJibuutiiBKumsaa MorodaaYohannis GuutinbergiGammachiisWallaggaaSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaBageemidirSammuu namaaYuunivarsiitii FinfinneeTarkimeenistaanBaakkoo TibbeeMooskooFTokkummaa Koonyootaa AmeerikaaQilleensa MarsaaIluu Abbaa BooraaTaayilaandBetelgeuseWalqabsiistuuAncootee (nyaata)Ada’aa BargaaIsiraa'elAstiroobaayoloojiiSeenaaBokkuuMala dubbiiSheek Bakrii SaphaallooAfaan OromooGeejjiba🡆 More