Tarree Jechama Oromoo

Tarree armaan gadii jechama Oromoo fi hiikkaa isaa waliin qaba.cokoo

Jechama Hiikkaa
abbaa aarrii manguddoo
naanfaala abbaa duulaa
nyaara haadu salfi/qaanyi dhabu
harreef laata waan gatii hinqabne
badaa warraa hamaa
cilee dibee maqaa xureesse
faana dhahee duuka bu’ee
faxoore yaabbate cunqursee itti reerrise
furii hojjetan walgargaran
garaa kutatee ni murate
haade kutee roorroo jala ba'e
1ffaa waaqa dhugaa jiru/waan mul’atu
Ilkee buqqise diina mo’atee
Irreecha baate margaa jiidha qabate
itti girgirsee itti kakaase
jaamadha waa hinhubatu hin argu
lafee cabsee dubbiin miidhe/arrabse
odaa jala jira seeran bula
qubaa qabaate beellama fudhate
safartuu nama tilmaamtuu
Tuulate  kuusaate,cimsate  
udaan laafe balaatti seene
ummata fakkaate amala tolee
waxaale waadde

Tags:

JechamaOromoo

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Fiiziyoloojii(xinqaama)SeenaaHo'a AdunyaTeeknooloojii odeeffannoo fi qunnamtiiMosaajiiAfrikaaBashurreyyiiPeeruuKaataarHarargee BahaaDhahaAbboomaa MitikkuuAyinaniiDirree DhawaaChee GuvaaraaLafaDambi DoollooFAyooniiIswiidinBuno BaddalleeYesuusMuzeum Miniaturowej Sztuki Profesjonalnej Henryk Jan Dominiak w TychachElemoo QilxuuMaashinoota sasalphooUjummoo dhiigaaKiristaanaaAngoolaaOromooMoosiiQurxummiileeAfrikaa Giddu GaleessaaKomoroosMongooliyaaGarba Kibba cabbiiBiqilneefkaMana waqqa yesso dhugaWangeelaWaalgaaCheekiyaaJechaUltravioletDhiigaAmeerikaaMaashiniiQorsaaIkkooloojiiJajjaboo sabaaGeengooDadacha'insa LafaaBaayiloojiiNikaraagu'aaAppiliiDhaamjechaFaangasiiTryBishopWanciiGiddu-galeessa EeshiyaaAfaan IngiliishDhaha BooranaaNaannoolee ItoophiyaaNaannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota KibbaaHimaGaara Mul'ataaDhaha GiriigooriyaaBililleeAfran QallooOnesmoos NasibGanamee Yaa'ii🡆 More