Wancii

Aanan Wancii aanolee naannoo Oromiyaa keessaa tokko yoo ta'u Godina Shawaa Kibba Lixaa keessatti argama.

Wanciin karaa kibba-lixaa Ammayyaan, karaa kaabaa Godina Shawaa Dhihaatin, fi karaa kibba-bahaa Walisoo fi Gooroon marfamtee argama. Magaalaa guddaan aanaa kanaa Cittuu dha.

Lafti ol ka'aan aanaa kana keessaa Tulluu Dandii ti; tulluun kun daangaa aanaa Dandii irratti argama. Bunni mallaqa argachuuf ni oomishama; haa ta'u malee, lafa 20 km2 hin calle irratti qofa dhaabbamee argama.

Wabii


Aanolee Shawaa Kibba Lixaa
Amayya | Bacho | Daawoo | Gooroo | Iluu | Qarsaa fi Maallima | Magaalaa Walisoo | Sadan Sooddoo | Sooddo Dachaa | Tolee | Waliso | Wancii

Tags:

GoorooOromiyaaShawaa DhihaaShawaa Kibba LixaaWalisoo

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Sadhata waliigalaaAmantiiIrreechaQurxummiileeAfaan ArabaaRamaddamee(Taxonomy)Baallii wal harkaa fuudhuu Me'ee BokkooBaha ShawaaKaraabichaBalbala'aAmeerikaa KibbaaJaamboo JooteeFakkiiTeeridoofaayitootaSouth AmericaSaalaaJeneetiikBaaleQoqqoodama OromooHarargee BahaaKubbaa miillaaHiibbooLeencaBirsagaKooriyaa KaabaaAdda Bilisummaa OromooNaannoolee Itoophiyaa459KemistiriiAlam GanaaSaayinsii HawaasaaKallachaWalqunnamtii saalaaQananiisaa BaqqalaaCiigooMisooma hanqaaquuOnesmoos NasibBaskin-RobbinsBahamaasJi'oota WoggaaShawaaAlii BirraaGudayyaa BiilaaMalleen DubbiiMaatiwwan hortee kuushYandiiBETEebba OromooAantimaYuunivarsiitii HaramaayaaTaayilaandDaraartuu TulluuWallagga DhihaaKalqabeeHaacaaluu HundeessaaFuula DuraMiilsaddeetooHeelleeElektirooniksiiSiyaasaNaqamteeMaqedooniyaaLimmuu fi BilbilooYakkaGaaddisaa BirruuJechamaPilaatileetiiKompitaraBiqilaaMagaala Bishooftuu🡆 More