Magaalaa Waliso

Walisoon magaala guddittii Shawaa Kibba Lixaatti, Naanno Oromiyaa, kan argamtu fi magaala Finfinnee irra kilomeetra 123 magaala guddo Finfinnee irra fagaatti.

Magaalli Walisoo, magaala omisha qullubbi diimatin beekamtuudha. Walisoon bonaa fi ganna yeroo hunda magaariisadha. Magaalli walisoo iddo bashannana heddu qabdi. Haroon wancii walisoo irra baaye kan hin fagaannedha. Haroon wancii iddo bashannana uuman walisoo fi naanno isheetif yaade keessa tokko dha.

Wabii

Tags:

FinfinneeOromiyaaShawaa Kibba Lixaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Guddinaa TumsaaLeencaTuniisiyaaBilillee/MehbubaBoortee xulubaaSaayinsiiAdaamaaQorkeeMaqaa Ji’ootaUummamaBeejiingiAsiidii foormiikOromooAteeteeOromiyaaUrjiiDhagaa gati jabeessaSheekkoo Leencaa fi Dhala NamaaAliyyii CirriiFiiziyoloojii(xinqaama)Godina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneSirna hargansuuXalayaaSafuuSeerlugaNiwuu ZiilaandiTarree Jechama OromooMagarsaa BariiBunaSirni GogaaKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaNaannoo HarariiRogsadeePilaatileetiiNikolaa TeslaaTareentaa (Maatiriksii)Fuula DuraBildimaa (halluu)Sirna GadaaJarmaniiFuula Dura3Durri diimaaSirna maashaaleeTarree SheekkooOnesmoos NasibHiibbooSeelii (Lubbiyyoo)Shawaa Kibba LixaaMalleen DubbiiMala dubbiiHerregaJibuutiiRiippabiliika Dimookiraatawaa KoongooNaqamteTarree boqonnaawwan QuraanaaBara Jalqabbii Yaada Haaraa(Renaissance)GumiiIspoortii AadaaAljeeriyaaTarree Eebba OromooGodina Arsii DhihaaBalbala'aKirooshiyaaAfaan Sarbiyaa🡆 More