Jechama

Jechamni gosa afoolaa ta'ee jecha ergaawwan dachaa fi cimoo dabarsuudha.

Jechamni ergaa akeekkachiisuu, dheekkamuu, kakaasuu, barsiisuu fi iccitiin dabarfachuuf ni tajaajila. Jechama keessatti jechoonni gubbaa ifa yoo ibsaman keessatti immoo dhoksaan hubatamu.

Fakkeenya jechama

Safuu Oromoo keessaa tokko maqaa kabajaan nama waamuudha. Jechamni armaan gadii akka maqaa kabajaatti fayyadu.

Jechamoota maqaa fardaa

  • Abbaa booraa
  • Abbaa daamaa
  • Abbaa shaashoo
  • Abbaa magaal
  • Abbaa bulloo

Jechamoota maqaa erga fuudhaan/heerumanii

  • Abbaa Tamaam
  • Abbaa Dikoo
  • Abbaa Waarrii
  • Abbaa Billoo
  • Abbaa Saqqaa
  • Abbaa Bulbul

Jechamoota maqaa erga horanii

  • Abbaa Dhiiraa
  • Abbaa Ibsaa
  • Abbaa Iftuu
  • Haadha Ibsaa
  • Haadha Dhiiraa

Kanas ilaali

Wabii

Tags:

Afoola

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

QaalluuGammachuu MagarsaaNaannoo HarariiXaaliyaaniiFaasiladasWaliso (magaalaa)QorsaaOromo WallagaYaayyaa shananGaaleeHawussaaWarqeeBishaanBineeldaSaayikoloojiiMootummaa JimmaaGeerarsaAafrikaa KibbaaJi'oomeetiriiSomaaliyaaMala dubbiiAdda Bilisummaa OromooAfoolaYerooSa’o Toomee fi PiriinsippeeUrjiiDaarabaaftuuRobart MugaabeeOdeeffannooAbbabaa BiqilaaShawaa Kibba LixaaAfaan IngiliishKompitaraSiyaatilSiyaasaHollannaa lafaaSeerlugaBeeljiyeemDirree IncinniiAfaanBaaleFaaxumaa RoobaaANaqamteBara Jalqabbii Yaada Haaraa(Renaissance)Abiishee GarbaaZalaalam AbarraaOromooJibuutiiTarree Jechama OromooYohannis GuutinbergiRaashiyaaSafuuJaarraa Abbaa GadaaMaannaa (aanaa)DhiigaSeelii (Lubbiyyoo)Kaarli Firidiriish GaawusDargiiPilaaneetootaDamee saayinsiiRooba DaayimandiiTiyaatiraTokkummaa Koonyootaa AmeerikaaTarree chaanaalota televijinii Afaan OromooTajaajila Lammummaa (Oromiyaa)Godina Addaa Oromiyaa Naannoo FinfinneQarsaa (Jimma)XiinjireeGarba PaasifiikSayyoo DandanaaNyaata aadaa OromooMagarsaa BariiMudaammuddiiMarmaartuu🡆 More