Hoosiiftoota

Hosiftotta (mammals) (class Mammalia) kan jedhamani dhigaa-ho'a kan qaban, binensotta spinal-qabatotta ta'an fi kan itti bekamaan immo dubrii isaani anaan mammary gland kessatti burqisisuu fi akkasumas rifensaa, lafee gurra jiddu kan dhaga'uf tajajilamaan fi samuu isaani kessatti kutta neocortex jedhamu qabu.

Hosiftonni bayeen ilkaan sirritii walitii qabame argamu kan qabani yoo ta'an akkasumas ontogeny kessatti placenta qabu. Samuun hosiftotta waan kessa (endothermic) fi circulatory system geggesaa, kunis kutaa afuraanni onnelle ni daratta. Hosiftonni ofii kessa gossa jiratotta (species) hanga 5,400 (namalle daratte), genera 1,200, family 153 fi order 29 ofii kessa qabu.

Hoosiiftoota
Hoosiftoota

Tags:

BinensottaClass (biology)LafeeOrder (biology)

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Caasluga Afaan OromooSirni bullaa’insa nyaataaBaakteeriyaa(Bacteria)NaayilGindabaratDhaha BooranaaIstaadiyeemii Addis AbabaaGeerarsaDhiigaSheekkoo warra badooAdda Bilisummaa OromooFakkiiKallachaKiristaanummaaUruursu da'immaniiSheek Bakrii SaphaallooRezisteriiGobbaaSeenaa OromooMuuziqaaGodaansa OromooFiiniksiiDargiiWalisooGaaleeSirna BiiftuuQoqqoodama ItoophiyaaFiriiGodina BooranaaTarree Eebba OromooFiicheeGudeeduJawaar MahaammadJajjuu (aanaa)Elemoo QilxuuMicirjirtiiHelikoopteriiBamaqaaQubee Afaan OromooMaagneetiizimiiAartii OromooGamtaa AfrikaaTarree marsariiti Afaan OromooTarree WalalooHarargee BahaaDaldalaaJi’oomeetirii jabaaUjummoo dhiigaaSadan SooddooIndoneeshiyaaCigooHollannaa lafaaBishaanJaarraa Abbaa GadaaAbiishee GarbaaKutaa Hujeessaa GiddugaleessaaItoophiyaaHayilee FidaaHaacaaluu HundeessaaEeshiyaaOg-barruuKafaaWaraana Bilisummaa OromooAbbabaa AbbishuuOromoo BaarentuuGimbiiAliyyii CirriiPaarkii Biyyoolessaa Gaarren Baalee🡆 More