Oromoo Gujii: Oromo

Gujiin gosa Oromoo keessaa tokko yoo ta'u baayyinaan godina Gujii, godina Gujii Lixaa fi godina Booranaa Keessa jiraata.

Gujiin angafa Oromoo kan sirni Gadaa otoo adda hin murin raawwata jiraniidha.

Balbala Gujii sadan Uraagaa, Hookkuu fi Maattiidha. Horteen Gujii namticha Gujoo jedhamu ijoollee isaa sadan Uraagoo, Hookkuu fi Maattii waliin ta'uudhaan Adoolaa gara Bahaatti godaanuun lafa Girjaa qubateen ka'ee. Uraagoon gara Lixaatti, Maattiin Kaabatti, Hookkuun Kibbatti bal'atan.

Latiinsa Gujii

Uraagaa

    Galalcha
    Golla
    Daraartuu
    Agantuu
    Haloo
    Waajituu
    Sarboortuu

Hookkuu

    Galalcha
    Oborraa
    Michillee
    Heera
    Bun'ituu
    Baallaa
    Kinnoo

Maattii

    Handoya
    Insaallee
    Hirqaantuu

Wabii

Tags:

GadaaGodina BooranaaGodina GujiiGodina Gujii LixaaOromoo

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Jaamboo JooteeVaatikaanTarree SheekkooMalleen DubbiiHantuuta moluu qaama qullaaHawaaQorsaaAbiyyi AhimadNaannoolee ItoophiyaaMesopotaamiyaaZoodiyaakAbboomaa MitikkuuMootummoota GamtoomaniiAfaanOgbarruu OromooSaayikoloojiiInfoormaatiksiiIspoortii AadaaEeritiraaSululaIinterliinguwaaFaaruu OromiyaaDaayoodiiRio de JaneiroQoqqoodama OromooQarambullee(Baaguda/Bear)Aanaa FiraankiMacaafa QulqulluuDinquu DayyaasaaHeelleeBurkaana459Adda Bilisummaa OromooWadaajaAbbabaa AbbishuuLeencaYuunivarsiitii ArsiiAllaattiiwanGareen kubbaa miilaa biyyaalessaa ItoophiyaaMagaala BishooftuuSheekkoo Qocaa fi SinbirrootaaBaaleGumiiIkkooloojiiGaaleeEebbisaa AddunyaaAartii OromooEebba OromooDubliinAfaan alaabaaFoonSouth AmericaLibaanonOduu HarraaQoqqoodama ItoophiyaaWarroomii (faankishinii)KeeyyataNooleeIlfataJaappaanRomaaniyaaHeeraa Mootummaa ItoophiyaaHirmaata Dubbii Afaan OromooChaayinaaMattuuNeeptuuniinBineeldotaSibiila🡆 More