Neeptuuniin

Moggaasni Roomaanota durii biratti Waaqa Garbaa jedhamuun yaamamti.

Addeessota 14 qabdi. Pilaaneetii aduurraa 8ffaa irratti argamtuudha. Pilaaneetoota hunda caalaa fagaatti.Pilaaneetii gaasawoodha. haydiroojiniifi hiiliyamii irraa tolfamte. Pilaaneetiin Neeptuun baruma 1846 argamtetti, addeessi ishee jalqabaas mul'ate. Maqaan addeessa tanaa Tiriitoon yoo jedhamtu, wanti ishee adda taasisu faallaa sochii neeptuuniin siqqee ofiirra naanna’uu isheeti.

Neeptuuniin

Atimoosfeerii cuquliisa haaydiroojiniifi miitteenii irraa tolfamte. Qubeellaawwan baay’ee haphataa ta'e qabdi. Haalli qilleensa hamaan sirna soolaarii neeptuunii irratti argama. Pilaanetoota keessaa ishee bubbeen itti baay'atuudha. Saffisni bubbee kanaa 1200km/hr nicaala. Teempireecharri guddaan dirra Neeptuunii −201o C ta'a.

Mallattoo: ♆.

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Sheek Mahaammad Rashaad AbdulleeAfrikaa DhihaaFeesbuukiiGaa'elaGodina GujiiKutaalee BiilaleeDooqaGadaaHeeraa Mootummaa ItoophiyaaBaha AfrikaaGudeeduMoogaa(Diamond)GiiniiSeenaa ItoophiyaaRaadiyooItoopiyaaAfrikaa cirachuuHeemeespheera lafaaRoobiiSirnakkooAbboomaa MitikkuuSaalaaTiyaatiraOromooMoldoovaaSirna narviiOrtodoksiiAbbabaa AbbishuuTirinidaadi fi TobeegooSuwiiz KanaalAmbo (aanaa)Maqaa Urjiilee Afaan oromoonTarree Hiibboo OromooYaayyaa shananOnesmoos NasibPilaaneettiiWallagga BahaaGodina Baalee BahaaKiristaanaaCiigooGudeeddiiSiidniiMala dubbiiCaasluga Afaan OromooMaqaa Ji’ootaSarara KaansariiBulee HoraaAgarii TulluuJajjuu (aanaa)Lubbiyyoo saalaa (gametes)BaaleeOomoo NaaddaaAmuruuAl Nassr FCAmbooDhangalaa'aa qaamaaIlfataSafuuBishaanEeshiyaaKemistiriiBiqilaaHimaLaggasaa WagiiUummamaMaaynamaarSpeed of SoundArmeeniyaa🡆 More