Maqaa Urjiilee Afaan Oromoon

Sun-Biiftuu

Qaamoota Qoloo(samii) keessaa

Moon- Addeessa, ji'a

Star- Urjii

Galaxy- Ruuda

Universe - Walaabuu

Milky Way- Xurree Aannannoo

orbit- Jeema,marsoo

Planet - Lafjo(lafa jooraa), bakkallee, fakkardii

Mercury - Qaamu dalacha, gaanfurree,

Venus- bakkalcha(hikkaa:- urjii ganamaa)

Earth- Dachee

Mars-Arraasa(Hikkaa:- daraaraa diimtuu), goofoo

Jupiter - harrattuu (Hiikkaa:-muka laafaa), Ejabula

Saturn - qubeelloo

Uranus- Elruuda(Ella ruuda) hikkaa:- ji'a qorraa samii

Neptune - harshaaqa ruudaa(hiikkaa:-hara samii)

Pluto- merqittii (hikkaa:-xiqqittii)

Asteroid - Bungulkattaa

Comet :- Qorsaa

Nebula :- Balbala’a

Meteorider :- Qaanqorsaa

Meteor :- urjiilee furguggifamoo

Meteorites:- Bubuttuwwan

Urjiilee dhahaa

Lamii (Triangulum), Busan (Pleiades), Algajima (Bellatrix), Bakkalcha (Aldebaran), Arba Gaddu (Central Orion), Urji Walla (Saiph) fi Basa (Sirius)

Urjiilee Ayyaantii(zodiac)

Maqaa Afaan

ingiffaa

Maqaa Afaan

Oromoo

Mallattooo Bara 2023
Capricorn Reettii Muddee 20 (2022) – Amajjii 19
Aquarius kuroo Amajjii 20– Guraandhala 17
Pisces Albaadheesaa Guraandhala 18 – Bitootessa 19
Aries Korbeessa/elemoo Bitootessa 20 – Ebla 19
Taurus Qotiyyoo Ebla 20 – Caamsaa 20
Gemini lakkuu Caamsaa 21 – Waxabajjii 20
Cancer Qaajibbuu/bararii Waxabajjii 21 – Adooleessa 22
Leo leenca Adooleessa 23 – Hagayya 22
Virgo Dubree Hagayya 23 – Fulbaana 22
Libra Madaltoo Fulbaana 23 – Onkololeessa 22
Scorpio Gaawwisoo Onkololeessa 23 – saadaasa 21
Sagittarius Xiyya saadaasa 22 – Muddee 21

Maqaa Tuujootaa/ gurmuu urjiilee

1.Andromeda -Andromeedaa(duureettii)

2,Antlia -hoxxee hamussa

3,Apus - Shimbirjannataa

4,Aquarius - kuroo ykn Tuuja Baaldii

5,Aquila - Risaa

6,Ara - Tooraa

7,Aries - korbeessa

8,Auriga - hoboloo

9,Bootes - Tiksee

10,Caelum - Maroo ykn Qirixii

11,Camelopardalis - Saatawwaa

12,Cancer - Qaajibuu

13,Canes Venatici - Adamsaa saree

14,Canis Major - saree hammooyii

15,Canis Minor - Xuuxila

16,Capricornus - Reettii(qobolee)

17,Carina - kariinaa

18,Cassiopeia - Mootitti/barchumee

19,Centaurus - Sentawurasii

20,Cepheus - Siifiyoos

21,Cetus - sitoos

22,Chamaeleon - Gaararraa

23,Circinus - agarsootee

24,Columba - saphaliisa

25,Coma Berenices - shurubbee

26,Corona Australis - gonfoo kibbaa

27,Corona Borealis - gonfoo kaabaa

28,Corvus - arraagessa

29,Crater - Finjaala

30,Crux - Qaxxamura (southern)

31,Cygnus - Adaroo

32,Delphinus - Porpoise

33,Dorado - sootala

34,Draco - Jaawuda

35,Equuleus - Ciloo

36,Eridanus - Malkaa

37,Fornax - daarsaa

38,Gemini - Lakkuu

39,Grus - baalguda

40,Hercules - cokaancokkee

41,Horologium - qajiis

42,Hydra - Haaydiraa ykn Buutii haroo

43,Hydrus - Bofa bishaanii

44,Indus - hindii

45,Lacerta - Lootuu

46,Leo - Leencicha

47,Leo Minor - Kubiliicha ykn leencicha bicuu

48,Lepus - Illeetti

49,Libra - Maadaltuu

50,Lupus - Yeeyiicha

51,Lynx - Adaloo

52,Lyra - baganaa

53,Mensa - garminjaala

54,Microscopium - mijaara

55,Monoceros - yuuniikornii ykn gaafbaaqee

56,Musca - Tisiissaa

57,Norma - Noormaa

58,Octans - saddeettaa

59,Ophiuchus - Holder of serpent

60,Orion - Arbagaadduu

61,Pavo - Baalhedduu ykn jorroo

62,Pegasus - Pigaasaas, Farda bararaa

63,Perseus - fisaawuus, persaawuus

64,Phoenix - Risaa Laboobaa

65,Pictor - fakkoomsuu

66,Pisces - Albaadhessa

67,Piscis -Qurxummii

68,Puppis - fuula-guuressa, dinniinaa

69,Pyxis - piksaas

70,Reticulum - Saaphana

71,Sagitta - Xiyyaa

72,Sagittarius - Fuggisa xiyyaa

73,Scorpius - Gaawisoo

74,Sculptor - Bocxuu dhagaa

75,Scutum - gaachana

76,Serpens - shaawwisa

77,Sextans - jaaffaa

78,Taurus - Gafarsa ykn haraashii

79,Telescopium - Kaleessituu ykn Telespookoopas

80,Triangulum - Lamii

81,Triangulum Australe - Lamii kibbaa

82,Tucana - abbaa-ilkaa

83,Ursa Major - Baaguda guddaa

84,Ursa Minor - Baaguda xiqqaa

85,Vela - sharaa

86,Virgo - Dubree

87,Volans - Kalluuna bararaa

88,Vulpecula - Jeedala

Tags:

Maqaa Urjiilee Afaan Oromoon Qaamoota Qoloo(samii) keessaaMaqaa Urjiilee Afaan Oromoon Urjiilee dhahaaMaqaa Urjiilee Afaan Oromoon Urjiilee Ayyaantii(zodiac)Maqaa Urjiilee Afaan Oromoon Maqaa Tuujootaa gurmuu urjiileeMaqaa Urjiilee Afaan Oromoon

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Lubbiyyoo saalaa (gametes)Rooba DaayimandiiGiddu-galeessa EeshiyaaQilleensa MarsaaAdurreeAfaan OromooFuula DuraAfoolaSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaAljebraaFaaxumaa RoobaaTiyaatiraDarraaGiingisuuYuutubiiLaaksembargiSeerlugaGodina GujiiAartii OromooHaadha Waaqoo (allattiiwwan)Giddaa KiiramuuLeonardo da VinciAayerlaandiAfgaanistaanNoonnooDirree DhawaaOg-barruuUSAJoordaanArsiiBuno BaddalleeHabaabiiMootummoota GamtoomaniiAmeerikaa KibbaaWaaleeTropical cycloneBaatiriiAfaan IngiliishKonkolaataaBoosniyaa fi HerzegoviinaaKuweetWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaatJechamaKaazaakistaanBeeljiyeemDhamsagaBaangilaadishGiiniiXiinnaannooTiraanispiireeshiniiBiqiltoota DaaaraaYakkaHarargeeOromiyaaMasjiidaKooriyaa KaabaaAlii BirraaSirna maashaaleeQaamolee samiiHarkaa fi harma muraa AanoleeCarraa Ta'uumsaaKeeniyaaLeesoottooOdeeffannooUlmaayaa🡆 More