Habaabii

Habaabiin ykn luxxen, maqaan saayinswaan Citrullus lanatus jedhamuun kan beekamu, gosa biqiltoota daraaraa warra Warbuqqee (Cucurbitaceae)  keessatti argamudha.

?Habaaba
Habaabii
odeeffannoo saayinsaawaa
mootummaa: Biqila (Plantae)
Tartiiba: Gosge'oo
Warra: Warbuqqee Cucurbitaceae(Warra dabaaqulaa)
Qaccee: ugoo Citrullus
Sanyii: Habaaba (C. lanatus)
Watermelon output in 2005
Watermelon output in 2005

Biqiltuu waraca fakkaatu, duubatti deebi’ee fi firii gurguddaa, geengoo ykn dheeraa kan habaaba jedhamuun beekamu kan oomishu dha. Habaabni fuduraalee addunyaa irratti baay'ee jaallataman fi bal'inaan nyaataman keessaa tokko yoo ta'u, foon mi'aawaa fi dhangala'aa ta'een qaba.

Amala saayinsaawaa biqiltuu kanaa

Biqiltuun habaabni amala guddinaa galdaa'aa(sprawling) kan qabu yoo ta’u, hidda dheeraa fi maramaa dheerinni isaa meetira hedduu dheerachuu danda’a. Baaloonni isaanii guddaa, nyabbaa kan qabaniifi bifa garaa garaa kan qabani dha. Biqiltoonni habaabaa daraaraa kormaa fi naayyee/dhalaa adda addaa kan uumuu yoo ta’u, adeemsa misooma hanqaaquu keessatti beeyladaa fi poolineesitoota biroo gahee murteessaa qabu.

Tags:

Biqiltoota DaaaraaGeengooWarbuqqee

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Onesmoos NasibTarree SheekkooCaaccuuABORaashiyaaBuruundiiAbiishee GarbaaJi’oomeetirii jabaaBaallii wal harkaa fuudhuu Me'ee BokkooYaadrimee TuutaaDNAAdurreeEebbisaa AddunyaaAmeerikaa KibbaaGumiiYaayyaa shananXurunash DibaabaaTarree Eebba OromooOromiyaAadaa OromooCigooRukkinaMaagineetiin Gargar DhiluuSeenti Viinsenti fi GiranadiinsiPilaaneettiiGindabaratShawaa DhihaaFiiniksiiSaayikoloojiiUsmaayyoo MusaaFalaasamaMaxxantuuIlbiisaBageemidirSirni bullaa’insa nyaataaKoloneeffamuu AfrikaaSheek Bakrii SaphaallooWahiyyoo(elementii)AntiraaksiiAfoolaJi'ooloojiiXaaliyaaniiNapoleonUummamaDaldala garbaaYuukireenBaay’isuuJechamaGarba Kibba cabbiiAfaan OromooLafeeDhiigaIslaamaaAliyyii CirriiPilaaneetootaSagaleeGooftaa JaldooTarree chaanaalota televijinii Afaan OromooGaa'elaBildimaa (halluu)Jooyi BaayidenSirnakkooMaqaa Ji’ootaAmajaajjiiDadacha'insa LafaaCDaldala Garbaa ArabaaKubeeAnaatoomiiDhamsaga🡆 More