Islaamaa

Islaamaa amantii Waaqa tokko jedhurratti hundaa'e fi amantii Abraamii yoo ta'u Quraanaa, kan amantoota Islaamaatiin jecha Waaqaa qabate jedhamee amanamuu, fi barsiisaa fi jireenya fakkeenyaa kan Mahaammadii irratti hundaa'a; Mahaammad raajii dhumaati jedhamee amanama.

Islaamaa jechuun namnii hunduu du'aa hin oluu jedhuf Waaqa tokko tahe oso ijaan hin argin akka namaa argetettii itii amanuu, wan ajjajaa isarraa dhufee horddoffuu jechudhaa. Muhaamamadii immo waan waaqni itii himee ergaa san ummataaf daabarsuu Irrattii hundaa'a.

Islaamaa


Amantii
Budizimii | Hinduuyizimii | Judaayizimii | Waaqeffannaa | Islaamaa | Kiristaanummaa

Tags:

QuraanaaWaaqa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

BishaanTarree SheekkooJi'oota WoggaaTapha ijoolleeNaamrudGORSAWalalooLafa SidaamooElemoo QilxuuSiyaasaMagaala BishooftuuTarree Jechama OromooAteeteeGaaleeOmaanGudayyaa BiilaaMisooma hanqaaquuHidhoo ayooniiGiloobiiInjineriingiiNaayilTorobbiiSheekkooWarrana Adunya 1YuukireenKemistiriiLimmu (aanaa)HalluuTropical cycloneAmeerikaa KaabaaMarsaa bishaaniiBusaaPaarkii Biyyoolessaa Gaarren BaaleeBiqilaaBaallii Wal harkaa fuudhuuDNAShawaaOromiyaaSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaLeencaa fi WaraabessaMoosiiIslaamaaWiikiipiidiyaaHibbooSanbataUltravioletGursum (aanaa)Mirgoota Dhala NamaaGodina Baalee BahaaGammachuu MagarsaaZuwaay DugdaaGaa'elaQubee Afaan OromooBSaayinsii HawaasaaSheekkoo Leencaa fi Dhala NamaaBaakteeriyaa(Bacteria)NoorweyElektirooniksiiHawaasaTarree Eebba OromooIlfinash Qannoo🡆 More