Ramadan

 Ramadaanni (Arabic: رَمَضَان‎, romanized: Ramaḍān  ) ji'a saglaffaa dhahaa Hijri ykn kalandari islaamaa tahe kan akkuma addunyaatti soomni itti qabamuu fi ji'a hawaasummaa fi Raabbiif bitamuun baayyinaan muslimootni kabajaniidha.

Ji'a kana keessa Qur'aanni Muhammad irratti kan buufame. Ji'a ramadaana soomuum Utubaa Islaamaa shanan keessa tokko yoo tahu erga jiini mullatee kaase hanga jiini dhabamuu irratti hundaa'uun guyyaa 29 hanga 30 soomama.

Wabii

Tags:

MuhammadQur'aana

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

BageemidirBakkallee AkdacheeAlberti AnistaayinOliiqaa DingilDracunculiasisAsallaaAsoosamaKuushMadagascarBungulkattaaFinfinneeSiyaatilAfrikaaKootdivo’aarSibiilaDaraartuu TulluuDaayoodiiTarree Aanolee OromiyaaGujiiTapha ijoolleeTarree WalalooWalisooSammuu namaaMaaliiKofalee (aanaa)Badhaasa NoobeliBaha ShawaaOromoo TuulamaaMaqaalee Rabbi (Islaama)Maqaa Ji’ootaLaaksembargiYaayyaa shananQoqqoodama OromooDurduubeeBoorooniiSululaOnesmoos NasibTareentaa (Maatiriksii)DhiichisaOromoo WallooMaqibsaSagilaalaOromoo GujiiMootummaaBokkuuIndoneeshiyaaShanDaldala garbaaKallachaGumiiAmeerikaasAanaa ShirkaAda’aa BargaaWaaqeffannaaTiyaatira OromooDhaamjechaKompitaraZimbaabuweeDhaha BooranaaTokkummaa Biyya MootiiNeeptuuniinBarreeffamoota Waa'ee OromooAdurreeInformaatiiksiAmeerikaa Kibbaa🡆 More