Jooyi Baayiden

➲ Ijoollummaa isaatti seeraan dubbachuu waan hin dandeenyeef namoota biratti fudhatama dhabe.

    SEENAA JOE BIDEN IRRAA MAAL BARANNA

➲ Guyyaa lammaffaa Nelia (haadha manaa isaa duraa) waliin restaurant tokkotti wal qacaree gatii nyaataaf waan kanfalu dhabee, Nelian teessoo jalaan $20 itti laattetti.

➲ Raayyaa waraanaa keessatti qacaramuuf jedhee dhukkubni ‘Asthma’ isa rakkisee utuu hin qacaramin hafe.

Jooyi Baayiden

➲ Bara 1988 Biden yaalii baqaqsanii yaaluu ujummoo dhiigaa kan sammuu (surgery for a brain aneurysm) taasise. Ji’a sadii booddees irra deebi’ee surgery ta'e.

➲ Haadha manaa fi mucaa isaa balaa konkolaataan dhabe. Kana hordofee rakkoo sammuu godhachuudhaan hanga ajjeechaaf of saaxiluutti deemee ture.

➲ Joe Biden Pirezidaantii (president-elect) United States 46ffaa ta'uuf filatameera. Namoota wantoota baay’ee rakkisoo ta'een wal qabanii jiraniif dhaamsi isaa kanadha. Yaadadhaa “Yeroon baay’ee cimee nama rakkisu hanga dhumaatti hin jiraatu, namni cimaan garuu ni jiraata.” Seenaan isaa baay'eedha yeroo biraa baldhinaan isiniif dhiyeessuu yaala.

➦ Gαℓαтσσмαα!!!ΥєRσσ GααRii

Tags:

Seenaa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

JimmaSaddeetIluu Abbaa BooraaKubeeMabba Madda WalaabuuSiiqqeeFinfinneeKoloneeffamuu AfrikaaChaayinaaInfoormaatiksiiOromooNaannoo HarariiGeerarsaShawaa DhihaaNyaata aadaa OromooJaldu (aanaa)Shawaa KaabaaGudayyaa BiilaaNorth AmericaGodina GujiiPilaaneetootaNoorweyHiibbooAbbabaa AbbishuuKaansariiWaliso (magaalaa)GumiiHarree diidooMarqaaFincila BaaleeAsteer GannooMaqibsaRamaddamee(Taxonomy)BeelaarusDhamsagaNaayilAmantiiPoorchugaalAbbaa Jifaar ITeeknooloojii odeeffannoo fi qunnamtiiSeerlugaBallina Biyyotta459AayerlaandiMalleen DubbiiFakkiiJimmaa RaareeBarliinQoricha OromooTokkummaa Koonyootaa AmeerikaaLandanKallachaBamaqaaMorookooLammaa MagarsaaBakar WaareeCiigooWaaqaSeenaaGodina Arsii DhihaaBetelgeuseBaaroo TumsaaWaaritee FuriiDaawud IbsaaTarree Aanolee OromiyaaHeeraa Mootummaa ItoophiyaaIrreechaNaannoo AffaarGoogle🡆 More