Infoormaatiksiin tooftaa saayinsaawaa fi qabatamaa ta'een shallagaa fi faayidaa isaa qorachuudha.
Informaatiksiin haala tooftawaa ta'een danda'amummaa, caasaa, himannoo, fi adeemsa tooftawaa (ykn seermurtoo) kan odeeffannoo guuruu, hujeessuu, kuusuu, tamsaasuu, fi argachuuf bu'uura ta'e qorachuu dha; odeeffannoon kun kuufannoo kompitaraa keessatti haala laklameetin kan lakkaddaayee ykn haala jiinii fi caasaa pirootiniitin seeloota baayoloojikaawaa keessa kan jiru ta'uu danda'a. Saayintistiin kompitaraa tiyoorii shallagaa fi saxaxuu meeshaalee shallagaa irratti addayeeffata.
{{{Maqaa}}} | |||
This article uses material from the Wikipedia Oromoo article Infoormaatiksii, which is released under the Creative Commons Attribution-ShareAlike 3.0 license ("CC BY-SA 3.0"); additional terms may apply (view authors). Content is available under CC BY-SA 4.0 unless otherwise noted. Images, videos and audio are available under their respective licenses.
®Wikipedia is a registered trademark of the Wiki Foundation, Inc. Wiki Oromoo (DUHOCTRUNGQUOC.VN) is an independent company and has no affiliation with Wiki Foundation.