Ijiipti

Afaan Oromootiin Biyya koo, Biyya Koo, Biyya Koo

جمهوريّة مصرالعربيّة
Gumhūriyyat Maṣr Al-ʿArabiyyah
Rippabliika Arabaa Ijiipti
Ijiipti Ijiipti
Ijiipti
Magaalaa Guddaa Kaayiroo
Afaan Hojii Afaan Arabaa
Mootummaa Rippabiliika
Ballina 1010408 km²
Baayyina ummataa 93495000 (2017)
Tuuta'insa ummataa 92.53/km²
Faaruu بلادي بلادي بلادي
Bilady, Bilady, Bilady

Koodii lakkoofsa bilbilaa +20

Ijiipti biyya Arabaa kan Kaaba Afrikaatti argamtu yoo taatu Misir yookiin Gibxi jedhamtees niwaamamti. Ijiipti seenaa waggaa dheeraa kan qabdu yoo ta'u piiraamidiidhaan baayyee beekkamti. Ijiipti biyya ardii qaxxaamurtu Kaaba Baha Afrikaa fi Lixa Eeshiyaa Galoo Galaana Siinaa irratti argamtu. Biyya Meditiraaniyaati Kaabaan Bahaan arraba lafaa Gaazaa fi Israa'el, Bahaan arrabaa lafaa Aqaabaa fi Galaana Diimaa, Kibbaan Sudaan, Dhihaan Liibiyaa, Aqaabaa gama Yordaanos, Galaana Diimaa gama Saawud Arabiyaa, Galaana Meditiraaniyaan gama Giriik, Turkii fi Qophiroositu argama, daangaa kamiyyuu Gibxi waliin qooddachuuyyuu baatan.

Ijiipti
Ijiipti

Template:Dachee Afrikaa

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

MarqaaSheekkooBooranaHibbooAllaattiiwanRog-sadeeFiliippiinsiAsallaaGodina Baalee BahaaAbiyyi AhimadJaamboo JooteeGaaddiddeessuu AduuMootummaa GeeraaOromoo MaccaaAartiiYuunivarsiitii HaramaayaaOromoo BooranaaAreerii-duraaAbboomaa MitikkuuKitaaba Waaqeffannaa LuteraaniiAsiidiiTarree Hiibboo OromooYamanPaakistaanJimmaa RaareeNaannoolee ItoophiyaaAwustireliyaaGaanfi AfrikaaWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaSararran GadeeDaldalaaAddooyyeeIraaqWarrana Adunya 1Tarree Jechama OromooSammuu namaaSigimooKompaawundii keemikaalaaIttiiqaa TafariiSaalaaKooriyaa KaabaaBaaleGeerarsaAbiishee GarbaaBiffiisaAbbaaduulaa GammadaaDhaamjechaAantimaLubbu qabeeyyii xixiqqooSarbiyaaAntiraaksiiTaaksonoomii ykn xinramaddiiJaappaanTropical cycloneOduu DuriiRaashiyaaHawaasaBaallii Wal harkaa fuudhuuKutimaAmeerikaa KibbaaJaarraa Abbaa GadaaBiqiltoota DaaaraaHollannaa lafaaSaayippiresCaaccuuJi'oota WoggaaFincila BaaleeSadhata waliigalaaArsiiWangeelaBarumsa taliigaa🡆 More