Rog-Sadee

Rog-sadee rogbayyee roga sadii fi fixuqa sadii qabudha .

Ji'oomeetirii keessatti boca bu'uuraa keessaa isa tokkodha . Rog-saddeetii guttiyyee A, B, fi C qabu agarsiifama .

triangle, tri, three, angle
Rogsadee = Roga + sadii

Gosoota Rogsadee

Rogsadeen kofa sirri kan ballinni kofa saa 90 Aankofa(digrii)

Rogsadeen kofqoree kan ballinni kofa isaa >90 Aankofa(digrii)

Rogsadeen kofa jufunfula kan ballinni kofa saa <90 Aankofa(digrii)

Rog-Sadee  Rog-Sadee  Rog-Sadee 
Rogsadee kofasirri Rogsadee jufunfula (Obtuse) Rogsadee kofqoree(acute)
  Rog-Sadee 
  Habalakaa (Obliikii)

Tags:

Ji'oomeetiriiPooliigonii

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Afrikaa KibbaaDarraaDilbeetummaaJaamboo JooteeWaaqaUltravioletWaaqoo GuutuuTarkiiShawaaAbuurrraa Ji’oogiraafawaaBoliiviyaaJajjuu (aanaa)Jimmaa ArjooGamtaa AfrikaaPaakistaanDhaha BooranaaTokkummaa Koonyootaa AmeerikaaMalleen DubbiiDurri diimaaSirna DhuyyaaSa’o Toomee fi PiriinsippeeXiinjireeSibiila diimaaMasjiidaGodaansa deetaaRaashiyaaHeelleeTanzaaniyaaAfrikaa cirachuuNaannoo HarariiJaartee JaardegaaBabalina OromoAdda Bilisummaa OromooGeedooFakkiiWaaqeffannaaXin-hawaaGalaanaa GaaromsaaMaqibsaGodina BaaleeMaqaa BiqilootaaLij IyyaasuuDinagdeeGumiiDirree DhawaaBallina BiyyottaAgawGodina Arsii DhihaaGujiiElemoo QilxuuIndiyaaMaqaa Ji’ootaRonaldinhoFaaruu ItoophiyaaBarreeffamoota Waa'ee OromooOromoo BooranaaTarree Ciigoo OromooMarooFiraansiEeshiyaaIspeenIbantuGudeeduIndoneeshiyaa🡆 More