Betelgeuse

Bakkalchi wallaan (afaan Arabaa irraa: إبط الجوزاء Ibṭ al-Jauzā', h\iikni isaas bobaa arba gaaddu) (Afaan ingiliffaan: Betelgeuse ) urjii diimaa guddinbantii kan gurmuu Orion keessatti argamudha.

Bakkalcha wallaa gurmuu kana keessaa urjii ifaa lammaffaa yoo ta'u, samii halkanii keessatti urjii ifaa 9ffaadha. Lafa irraa gara waggaa ifa 640 fagaattee argamti.

Betelgeuse
Xiyyaan bifa pilaastikii urjii bitaa irratti α jedhamee mallatteeffame Betelgeuse in Orion agarsiisa
Betelgeuse
Fakkiin Betelgeuse (bitaa gubbaa) fi nebulae hedduu kan Orion Molecular Cloud Complex ( Rogelio Bernal Andreo ) agarsiisu.

Bakkalchi wallaa urjii baayyee guddaa yoo taatu, raadiyaasiin ishee gara dachaa   1,000 kan aduu ta'a. Akkasumas baayyee ifa kan qabu yoo ta'u, ifa Aduu gara dachaa 100,000 ta'a.

Bakkalchi wallaa urjii baayyee guddaa yoo taatu, ulfaatina Aduu gara dachaa 12 qaba. Waggoota miliyoona muraasa dhufan keessatti akka supernovatti dhoo'a jedhamee eegama.

Tags:

ArbagaadduUrjii Iffan Bekkamani

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Abdiisaa AagaaAdaamaaAntaarkitikaaSammuu namaaYamanGuddinaa TumsaaTokkummaa Biyya MootiiYuurooppiGursum (aanaa)Daraartuu TulluuWalalooRiippabiliika KoongooOgbarruuFaaruuMakkoo BiliiTiyaatiraOdaaDambi DoollooJaamboo JooteeAfaan IngiliishQilleensa MarsaaLimmu (aanaa)Baqqalaa GarbaaDhamsagaSheekkoo Leencaa fi WaraabessaaGiriikKompaawundii keemikaalaaSuuphanaAlii BirraaTaayilaandAbiyyi AhimadGujiiLeencaa fi WaraabessaGochimaSaaphaphuuMagaala BishooftuuKafaaGarba Kibba cabbiiSukkara ykn KaarboohayidireetiXiinjireeBaaleMarsaa seeliiItoophiyaaGammachuu MagarsaaFincila BaaleeBaayoogaaziiSaayinsiiFalaasamaBarbaree (aanaa)Xurunash DibaabaaSeenaa GibxiiAfaanAartiiDurri diimaaBaallii Wal harkaa fuudhuuHidhoo ayooniiIfaGarasuu DhukiiMaqdhaalaBallina BiyyottaHorroo GuduruuIslaamaaQalbiiQorannoo AfaaniiOromoo WallooAsiidiiDaldala Garbaa ArabaaYaaya(logic)Misooma hanqaaquu🡆 More