Tiruu

Tiruun qaama lubbu qabeeyyii lafee dugdaa qabanii fi bineensota biraa tokko tokko keessatti argamu.

Meetaabolizimii (metabolism) keessatti faayidaa baayyee kan qabu tiruun, nafa keenya keessattis faayidaa baayyee qaba. kana keessaa gilaayikoojiinii (glycogen) olka'u, pilaasmaa pirootiinii (plasma protein) midhassu fi wantoota hamaa/summii balleessuuf (drug detoxification) fayyada. Qaamni kun immo nafa namaa keessatti xannacha guddicha dha. Tiruun diyaafiramii jalatti kutaa garaa tooraaksi (thorax) keessatti argama. Tiruun Diyaafiramii jala kutaa thoracic jedhamu kan garaa keessatti argamu biratti argama. Tiruun hadhooftuu oomisha, hadhooftuu(bilen) immo kompaawondii alkaalaayin(alkaline) yoo ta'u daakkamuu nyaataa (digestion) yookan nyaata bulleessuuf qarqaara.

Tiruu
Tiruu hoolaa: (1) lobe mirgaa (2) lobe bitaa (3) caudate lobe (4) quadrate lobe (5) hepatic artery fi portal vein (6) hephatic lymph nodes (7) gall bladder (kolla)
Tiruu
garaa keessatti bakka Tiruun itti argamtu

Saayinsii fayyaa (medical) kessatti wanti tiruu wajjin wallitti qabate yeroo baayyee maqaa hepato- or hepatic jedhuun jalqabba. Kuni immo Afaan Giriik irra kan dhufe yoo ta'u hiikan isaa immo tiruu jechu dha.

Wabii

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota KibbaaOromoo MaccaaDhiibbaaUummamaInjineriingiiAntiroppooloojiiTarree urjiiwwan TuujaanTarree chaanaalota televijinii Afaan OromooHalluuMoogaa(Diamond)AyooniiQubee Afaan OromooPaakistaanTarree SheekkooAmbo (magaala)Adoolfi HitlerIkkooloojiiRogsadeeYaayyaa shananIstiraatoosfeeriiAdmaasuu BiraanuuDaldalaaAanaa Digaluu fi XijjooNiijerOromiyaaIlfinash QannooJajjuu (aanaa)Horroo GuduruuQoqqoodama OromooDaldala Garbaa ArabaaMaqaa Ji’ootaCDooqaKomoroosSardiidaa fi LukkuuLandanSalqunamti duraWaraana Bilisummaa OromooNyaata aadaa OromooOromoo WallooGeengooAbuuna PheexiroosShawaa Kibba LixaaBaaleeBokkuuMesopotaamiyaaMuuziqaaCaccabsaaNaannoolee ItoophiyaaAfrikaa DhihaaFaalama Qilleensaa Fi NaannooMoldoovaaGuddinaa TumsaaDirre DhawaaNeeptuuniinGimbiiAkkammiiBildimaa (halluu)BulgeeriyaaAbuurraa AfrikaaAfaan OromooOromoo GujiiAfaan IngiliishGooftaa JaldooOduun durriiIrreechaFaaruu looniiGodina GujiiKaazaakistaanHeemeespheera lafaaDamee saayinsiiKallachaKitaabaAbiishee Garbaa🡆 More