Kaalkulasii

shallaggoon ykn Shallaggoon damee herregaa jijjiirama walitti fufiinsa qabu ibsudha .

shallaggoon gosa adda addaa lama qaba. shallaggoon garaagarummaa wantoota xixiqqoo ( adda addaa )tti qooda ( addaan baasee ) yoo ta’u, akkamitti yeroo tokko irraa gara isa itti aanutti akka jijjiiraman kan nutti himu yoo ta’u, shallaggoon wajjummaa ammoo kutaalee xixiqqoo walitti makuun ( walitti makuun ), akkasumas wanti tokko hammam akka hojjetame nutti hima, walumaa galatti, jijjiirama walduraa duubaan dhufuun. shallaggoon saayinsii adda addaa hedduu kanneen akka fiiziksii, astiroonomii, baayoloojii, injinariingii, dinagdee, qorichaafi hawaasummaa keessatti fayyadama .

Shallaggoo garaagarummaa (differential calculus)

Shallaggoon garaagarummaa damee shallaggoo saffisa jijjiiramaa fi akkaataa hangileen wal ilaallatu itti jijjiiraman qorachuu ilaallatudha. Innis kan ilaallatu babbaafama (derivatives) yoo ta’u, isaanis saffisa jijjiirama faankishinii tokkoo qabxii murtaa’e tokkotti ibsu.

Shallaggoo Wajjummaa (Integral calculus)

shallaggoon wajjummaa damee bu’uuraa shallaggoo kan biraa kan yaad-rimee ida’amuu irratti xiyyeeffatudha. Innis kuufama hangootaa fi shallaggii bal’ina, jildii fi hangoota biroo kaarvootaa fi fuula jala jiran ilaala.

Tags:

Herrega

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Tarree TuujaaHaacaaluu HundeessaaBaankiiSeerlugaTaaddasaa BirruuKompitaraGaazexaa BariisaaXin-hawaaAanaa Digaluu fi XijjooJimmaNewsQoqqoodama ItoophiyaaAddeessaMongooliyaaDaldala garbaaSafuuNiijerBiqilaaAbbabaa BiqilaaLafaRog-sadeeWahiyyoo(elementii)Qananiisaa BaqqalaaAdoolfi HitlerJarmaniiGodina JimmaaTiyaatira OromooSheek Bakrii SaphaallooSeenaa OromooAkkaataa rifeensa micanuuultravioletBaay’isuuOduun durriiWarra GowwaaLeencaa fi JaldeessaFakkaaftuuSeenaa GibxiiKallachaGadaaTarree marsariiti Afaan OromooSarara KaansariiAlleleIngilaandiTarree chaanaalota televijinii Afaan OromooAfaan SidaamaaNyaata aadaa OromooHarargeeGooftaa JaldooAbbaa Jifaar IIslaamaaHaawmiyaaGalaana DiimaaLubbiyyoo saalaa (gametes)Sheekkoo Leencaa fi Dhala NamaaWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaSaalaaMakkoo BiliiFeesbuukiiFuula DuraLoqoda BooranaaWaraana CalanqooJaarraa (aanaa)Salamoon DannaqaaSammuu namaaBaaleBunaNaayil🡆 More