Mana Waqqa Yesso Dhuga

Mana waqqa yesso dhuga (True Jesus Church) iin mana Waaqa ofii danda'e kan Beijing, China kessatti hundefame dha.

Hardha Misensotta tilmamman milliona 2.5 ta'an yoo qabattu, biyyotta 45 fi ardii 6 kessatti argama. Churchiin kun church Pentecost kan kiriystanotta jalatti ramadamu kan centurii 20ffa dura burqee jallatti ramadama. Churchiin kun ergaa Waaqa dhufatti Yesoo kiristosii lammesoon dura saba cufaaf dhaqabsu hojii tokkofa godhaterra. Churchiin kun, yadaa maqaa Abba, Ilmaa fi Afuraa qulqullo "Trinity Concept" jedhamu osoo hin ta'in, yadaa "Barnotaa maqaa-yessoo" tokko ta'u Pentekostumma kan jedhamu fudhata.

Mana Waqqa Yesso Dhuga
Mana waqqa yesso dhuga

Tags:

Waaqa

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Tokkummaa Koonyootaa AmeerikaaDolfiinBuruundiiBaaduuBaalaAbbush ZallaqaaQeerransaRaammoo geengooQur'aanaSheek Mahaammad Rashaad AbdulleePaarisLitiyeemiiKumsaa MorodaaGiriikDaldala garbaaAliyyii CirriiAncooteeHidhoo ayooniiAteeteeHaacaaluu HundeessaaElemoo QilxuuAdaamaaTarkiiQoricha OromooAyinaniiMaark TiweeynAfaan ArabaaMaarsiiSirna narviiQubee Afaan OromooHarargee DhihaaKooriyaa KaabaaHeyitiiXiwwaasaOromoo BooranaaDNABJimmaa RaareeShawaaIspoortii AadaaAsoosamaSararran GadeeTarree Eebba OromooRiippabiliika KoongooGuddinaa TumsaaShaallaaLafa SidaamooBishaanEeshiyaaGudayyaa BiilaaBulee HoraaTsunamisDaraartuu TulluuKitaaba Waaqeffannaa LuteraaniiSibiila diimaaBoqojjii (magaalaa)Gaazexaa BariisaaBusaaPiroofeeziiGaaleeSouth AmericaFiliippiinsiBaayoogaaziiFiraansiPaarkii Biyyoolessaa Gaarren BaaleeOromoo MaccaaChaayinaaYaaya(logic)Dinquu DayyaasaaFuula DuraWaliso (magaalaa)Abuurraa Afrikaa🡆 More