Ayinanii

Sibiilli ykn Ayinanii elementii keemikaalaa iddoo bu'een isaa Fe (Laatiin irraa: ferrum) fi lakkoofsa suuddawaa isaa 26.

Innis sibiilaa  ce’umsaa fi garee 8B gabatee piriyoodii keessatti argama. Innis, ulfaataa dha, elementii lafa irratti baay'inaan argamu yoo ta'u, oksijiiniin xiqqoo durseeni (32.1% fi 30.1%, akkaataa wal duraa duubaan), baay'ee wiirtuu alaa fi keessaa lafaa uuma. Innis elementii irraa lafaa keessatti baay'inaan argamu keessaa isa 4ffaa yoo ta'u, baay'inaan haala sibiilaa isaatiin bubuutuuwaan(meteorites) keessatti kan kuufamu yoo ta'u, oorii ykn dhaalbuuda kessattis ni argama.

Ayinanii
Ayinanii
Sibiila

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

Yunaayitid Arab ImireetisQur'aanaKonkolaataaWaaqeffataaOgbarruuQubee Afaan OromooBildimaa (halluu)Ancootee (nyaata)Afaan Afiroo-EeshiyaatikiiAadaa OromooSaayippiresKaartumAbdiisaa AagaaHawussaaWalalooAncooteeGuddinaa TumsaaBallina BiyyottaAdaamaaDurduubeeTarree Aanolee OromiyaaBaarbeedoosBakkalchaKuraa JaarsooKeeniyaaTokkummaa Biyya MootiiTarree Jechama OromooDubara'aQarambullee(Baaguda/Bear)Galiiliyoo GaliiliiNaayijeeriyaaNeeppaalXaaliyaaniiFayyisaa LeellisaaKuushGimbiiLafa SidaamooBirsagaGodina JimmaaEeshiyaaFuula DuraLaga GibeeSudaanAfroo-EshiyaatiikQeerransaEebba WaaqeffannaaOdaaGochimaDoonaaldi TiraampiMobileSeenaa OromooPileetooMooskooMaqaa Ji’ootaTarree Ciigoo OromooAfaan IngiliishWarrana Adunya 1MoshchenaQorsoddomaMaqaa BiqilootaaMatimaJi'oota WoggaaFalaasamaWaliso (magaalaa)Faaxumaa RoobaaArkimeedisKiristaanummaaAppaartaayidiiRuwaandaaIstaatistiksiiDhagaa gati jabeessaWallagga BahaaShawaa Kaabaa🡆 More