Al-Faatihaa: Duha

1.

ٱلۡفَاتِحَةِ
Suuraah 1ffaa Qur'aanaa
الْفَاتِحَة
Al-Fātiḥah
Baniinsa
Al-Faatihaa: Duha
Bakka itti bu'e Makkaah
Maqaa biroo Furtuu, Baniinsa
Kan argamu Juzʼ 1
Baay. aayaah 7
Baay. jechootaa 25
Baay. arfii 113
← Quran 114
Quran 2 →
Al-Faatihaa: Duha
Barruu suuraa jaarraa 14ffa- ykn 15ffa-
Al-Faatihaa: Duha
Quraanaa isa baname

Qaraatii

  بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ‎
(Bismillāhi r-raḥmāni r-raḥīm)

2.   الْحَمْدُ لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ
(Al ḥamdu lillāhi rabbi l-’ālamīn)

3.  الرَّحْمَنِ الرَّحِيمِ
(Ar raḥmāni r-raḥīm)

4.  مَالِكِ يَوْمِ الدِّينِ
(Māliki yawmi d-dīn)

5. إِيَّاكَ نَعْبُدُ وَإِيَّاكَ نَسْتَعِينُ
(Iyyāka na’budu wa iyyāka nasta’īn)

6. اهْدِنَا الصِّرَاطَ الْمُسْتَقِيمَ
(Ihdinā ṣ-ṣirāṭ al-mustaqīm)

7.   صِرَاطَ الَّذِينَ أَنْعَمْتَ عَلَيْهِمْ غَيْرِ الْمَغْضُوبِ عَلَيْهِمْ وَلَا الضَّالِّينَ‎
(Ṣirāṭ al lazi na an’amta ‘alayhim, ġayril maġḍūbi ‘alayhim walāḍ ḍāllīn)

Hiikkaa

  1. Maqaa Rabbii Arrahmaan, Arrahiim ta'eenin (jalqaba).
  2. Faaruun hundi kan Rabbiiti, Gooftaa aalama hundaa kan ta'e,
  3. kan qananii gurguddaa fi xixiqqaadhaan uumama qananiisu.
  4. Mootii guyyaa murtii,
  5. Si qofa gabbarra; Suma qofa gargaarsifanna.
  6. Karaa qajeelaa nu qajeelchi,
  7. Karaa isaan (amanan) irratti qananiite; kan warra isaan irratti hin dallanaminii fi warra hin jallatinii.

Wabii

Tags:

🔥 Trending searches on Wiki Oromoo:

GeedalaDooqaBamaqaaFaaruu looniiGodina BooranaaFeesbuukiiDhiibbaaMaleeshiyaaHirphaa GaanfureeAbaabooSeenaa Itoophiyaa SirriiKolonii Jalaa Bahuu AfrikaaTapha ijoolleeWahiyyoo(elementii)Limmuu fi BilbilooBirsagaGareen kubbaa miilaa biyyaalessaa ItoophiyaaSeenaa ItoophiyaaElemoo QilxuuMaqibsaAbbush ZallaqaaShawaa Kibba LixaaTarkiiNyaata aadaa OromooGodina Arsii DhihaaJechamaMaagineetiin Gargar DhiluuJarmaniiRogsadeeJajjuu (aanaa)IrreechaDhaha BooranaaDossoo(Safarla)MuuziqaaBageemidirGabbaraWarrana Adunya 1Sirna GadaaMichelangeloSuwiiz KanaalSalamoon DannaqaaIlfataInjineriingiiQur'aanaSeenti Viinsenti fi GiranadiinsiShawaa DhihaaKomoroosRobart MugaabeePiroteestaantiiMaqdhaalaWaldaa Wal-gargaarsa Maccaa fi TuulamaaEdiirneAllaattiiwanDNASanyiiYuuraanisGochimaSpeed of SoundAbbabaa AbbishuuBulgeeriyaaJi'ooloojiiMosaajiiSheek Bakrii SaphaallooNeeptuuniinHarargee lixaBuruundiiHawaasaHarargee BahaaBarreeffamoota Waa'ee OromooMakkoo BiliiChatGPT🡆 More